Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Jigjiigaa barattoota kuma 2 fi 600 ebbise Obse Wakgari Aug 8, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 2, 2013 (FBC)- Yuunivarsiitiin Jigjiigaa Damee barnootaa garaagaraatiin barattoota kuma 2 fi 600 barsiisaa ture ebbise. Saganticha irratti…
Oduu biyya keessaa Daa’iimman kuma 10 fayyadamaa kan taasisu Imalli gaaruummaa jalqabame Obse Wakgari Aug 8, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 2, 2013 (FBC)- Daa'iimman kuma 10 fayyadamaa kan taasisu "Harkii gaariin ijoollee Itoophiyaaf" imalli gaaruummaa jalqabame. Sagantichi…
Oduu biyya keessaa Qubannaan bosona uumamaa keessatti babal’atee fala argachuu qaba – bulchaa Itti aanaan… Obse Wakgari Aug 8, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 2, 2013 (FBC)- Qubannaan seeraan alaa bosona uumamaa keessatti babal'atee jiru bara 2014 guutummatti fala argachuu qaba jedhan bulchaa Itti aanaan godina…
Oduu biyya keessaa Jiraattonni fi dhalattoonni magaalaa Asallaa hojii tol ooltummaa raawwatan Obse Wakgari Aug 8, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 2, 2013 (FBC)- Qindeessummaa mana maree daldalaa fi Waajjira Daldalaafi Industirii magaalaa Asallaatiin jiraattonni fi dhalattoonni magaalaa Asallaa…
Oduu biyya keessaa Wareegama kamiinuu Raayyaa Ittisa Biyyaa cinaa ni hiriirra- jiraattota Godina Horroo Guduruu… Obse Wakgari Aug 8, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 2, 2013 (FBC)-Gantuu garee TPLF balaaleffachuun wareegama kamiinuu gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaa keenya cinaa ni hiriirra jedhan jiraattonni Godina…
Oduu biyya keessaa Raayyaan Ittisa biyyaa gaachana nageenya keenyaati- Jiraattota Godina Harargee Lixaa Obse Wakgari Aug 8, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 2, 2013 (FBC)- Hiriirri Deeggarsa Rayyaa Ittisa biyyaa fi balaaleeffannaa garee TPLF Godina Harargee Lixaatti gaggeeffame. Hiriirri Aanaalee…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Diillaa fi Yuuniversitiin Riift Vaalii kaampaasii Jimmaa barattoota eebbisan Obse Wakgari Aug 8, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 2, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiin Diillaa barattoota gosa garagaraatiin barsiisaa ture kuma 3 fi 468 eebbise jira. Yuunvaarsitiichii sirna baruufi…
Oduu biyya keessaa Gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaa waan barbaachisu hundaan ni tumsina – Jiraattonni Godina… Obse Wakgari Aug 8, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 2, 2013 (FBC)- Gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaa waan barbaachisu hundaan ni tumsina jedhan Jiraattonni Godina Booranaa. Jiraattonni Aanaalee…
Oduu biyya keessaa Hanga juuntaan barbadooftutti waan hundumaan Raayyaa ittisa biyyaa cinaa ni hiriira- Jiraattota… Obse Wakgari Aug 8, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 2, 2013 (FBC)- Jiraattonni Magaalaa Naqamteefi aanaalee Godina Wallagga Bahaa hiriira nagaa bahanii gocha juuntaan biyya diiguuf hojjechaa jiru…
Oduu biyya keessaa Misooma keenya hojjachaa dinoota keenya ni barbaddeessina-Obbo Shimallis Abdiisaa Obse Wakgari Aug 8, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 2, 2013 (FBC)- Misooma keenya hojjachaa dinoota keenya ni barbaddeessina jedhan Pireezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa,…