Obbo Iristuun ergaa baga geessanii Ayyaana Iid Al Adihaa Arafaa dabarsan
Finfinnee, Adooleessa 12, 2013 (FBC) –Itti aanaan Preezdaantiin naannoo Kibbaa obbo obbo Iristuu Yirdaaw Ayyaana Iid Al Adihaa Arafaa waggaa 1442ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii…