Yaadannoon Artiist Haacaaluu Hundeessaa waggaa 1ffaa Kampaasii Haacaaluutti sirna dungoo qabsiisuun…
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2013 (FBC) – Yaadannoon Artiisti Haacaaluu Hundeessaa waggaa 1ffaa magaalaa Amboo Kampaasii Haacaaluutti sirna dungoo qabsiisuun yaadatameera.
Sagantaa yaadannoo…