Liqaan Mootummaaf kenne hin jiru – Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa
Finfinnee, Bitootessa 29, 2017 (FMC) – Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa bara baajataa kanas ta’ee kana dura mootummaaf kallattiin maallaqni liqeesse tokkoyyuu kan hin jirre ta’uu beeksiseera.…