Oduu biyya keessaa Boordiin filannoo biyyoolessaa ibsa late Obse Wakgari Jun 17, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC)-Boordiin Filannoo Byyoolessaa Ityoophiyaa ibsa laateera. Ibsicha kan laatan hoggantuu kominikeeshiii boordicha aadde Sooliyaanaa Shimallisiidha.…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilwarq Zawdeen ambaasaaddara hojii isaanii xummuran gaggeessan Obse Wakgari Jun 17, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC)- Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen ambaasaaddara hojii isaanii xummuran gaggeessaniiru. Preezdaantiittiin Ambaasaaddara Joordaan Ityoophiyaatti…
Oduu biyya keessaa WMOn mana Barumsaa Bultii Addaa Adaamaatti barattoota qormaata kutaa 12ffaa qabxii olaanaa… Obse Wakgari Jun 17, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC)- Waldaan Misooma Oromiyaa barattoota Mana Barumsaa Bultii Addaa Adaamaatti,bara barnoota 2012 qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa qabxii olaanaa…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Haramayyaa dargagoota gurmaa’un Haroo Haramayyaarra hojjetaniif deeggarsa taasise Obse Wakgari Jun 17, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC)-Yuunvarsiitiin Haramayyaa dargagoota gurmaa’un Haroo Haramayyaarra hojjetaniif deeggarsa taasiseera. Yuunvarsiitiichi deeggarsa dargaggoota qurxummii…
Oduu biyya keessaa Imaamni Al Azihar Gibtsi hidha haaromsaa ilaalchisee ibsi laate haqa Ityoophiyaa kan sarbeedha… Sifen Megersa Jun 17, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC) – Imaamni Alaazar Gibtsi hidha haaromsaa ilaalchisee ibsi laate haqa Ityoophiyaa kan sarbe ta’uu Preezdaantiin Mana Maree Waliigalaa Dhimmoota…
Oduu biyya keessaa Godina Shakkaatti manni barumsaa sadarkaa 2ffaa Giiftii Duree Ityoophiyaa Zinnaash Taayyaachoon… Obse Wakgari Jun 17, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC)- Godina Shakkaatti manni barumsaa sadarkaa 2ffaa Giiftii Duree Ityoophiyaa aadde Zinnaash Taayyaachoon ijaarramee eebbifameera. Sirna eebbichaarrtti…
Oduu biyya keessaa Jiraattoonni magaalaa Gondar filnnoo biyyoolessaaf gaggeeffamurratti sagaleesaanii laachuuf qophii… Obse Wakgari Jun 17, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC)- Jiraattoonni naannoo Amaaraa magaalaa Gondar filannoo biyyoolessaa marsaa 6ffaa Wiixata dhufuu gaggeeffamurratti sagaleesaanii laachuuf qophii ta’u…
Oduu biyya keessaa Maqaleetti midhaan deeggarsaa kuntaalli 400 kuusaa dhuunfaa keessatti bu’aa ture to’atame Sifen Megersa Jun 17, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC) – Magaalaa Maqaleetti Midhaan deeggarsa namoomaa kuntaalli 400 kuusaa dhuunfaa lama keessatti bu’aa ture eeruu ummataan to’atamuu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Kitaabota Mootummaa Naannoo Oromiyaatiin qophaa’anirratti mariin taasifame Sifen Megersa Jun 17, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC) – Waajjira Preezdaantiitti marii Gumii Balaliin kitaaboota Mootummaa Naannoo Oromiyaatiin qophaa’an sadi irratti mariin taasifameera.…
Oduu biyya keessaa Qormaanni kutaa 8ffaa guyyoota 3f laatamaa ture xumurame Obse Wakgari Jun 17, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC)-Qormaanni Naannoo Kutaa 8ffaa guyyoota sadiif kennamaa ture xumuramuu Biiroo Barnootaa Oromiyaa beeksise. Oromiyaa keessatti qormaatni kutaa 8ffaa…