Biyyoonni Afrikaa Lixaa Maalii gamtaasaanii keessaa baasan
Finfinnee, Caamsaa 23, 2013 (FBC) – Hoggantoonni gamtaa biyyoota Afrikaa Lixaa, Ecowas, fonqolcha mootummaa torbee darbe Maalii keessatti raawwate hordofuun biyyattii miseensummaasaanii…