Ispoortii Ziinaddiin Ziidaan leenjisummaarraa gaggeeffaman Sifen Megersa May 27, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2013 (FBC) – Leenjisaan Riiyaal Maadriid Ziinaddiin Ziidaan leenjisummaarraa gaggeeffameera. Ziidaan Kilabicha gadi lakkisuuf xaalayaa erga galfatee…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensicha dorgommii biziinasii 15ffaa Gaanaa-Afrikaarratti badhaafamaa warqee ta’e Obse Wakgari May 27, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2013 (FBC) – Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa orgommii biziinasii 15ffaa Gaanaa-Afrikaarratti badhaafamaa warqee ta’eera. Daandiin qilleensichaa biyyoota Afrikaa…
Idil Addunyaa Rippaablika Diimookiraatawaa Koongootti dhoo’iinsi Volkaanoo muudachuu danda’a jedhame Sifen Megersa May 27, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2013 (FBC) - Rippaablika Diimookiraatawaa Koongootti dhoo’iinsi Volkaanoo muudachuu danda’a sodaa jedhuun lammiileen biyyattii hedduun godaansaaf saaxilaman.…
Waajabila Faanaa Namni dhuunfaa gogaasaa seentii meetira 15.5 harkisu namoota hedduu dinqisiise Obse Wakgari May 27, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2013 (FBC) – Namni dhuunfaa lammii Ingiliiz gogaasaa seentii meetira 15.5 harkisu namoota hedduu dinqisiiseera. Lammiin biyyaa Ingiliiz Gaar Taarnaar jedhamu…
Oduu biyya keessaa Godina Booranaatti gamoon mana hojii Abbaa Alangaa Birrii miiliyoona 34 oliin ijaarramee eebbifame Obse Wakgari May 27, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaa Godina Booranaatti gamoon mana hojii Abbaa Alangaa Birrii miiliyoona 34 oliin ijaarramee eebbifameera. Baasiin ijaarsa gamoochaa…
Oduu biyya keessaa Komishiniin Poolisii Federaalaa ijaarsa Hidha Haaromsaaf bittaa Boondii Birrii miiliyoona 205… Sifen Megersa May 27, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2013 (FBC) - Komishiniin Poolisii Fedeeraalaa ijaarsa hidha haaromsaf Birrii miiliyoona birrii miiliyoona dhibba 2 fi miiliyoona 5 oliin boondii bituu beeksiiseera.…
Teeknooloojii Ityoo Teeleekoom magaaloota Bahaa Ityoophiyaatti tajaajila 4G eegalchiise Sifen Megersa May 27, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2013 (FBC) - Ityoo Teeleekoom Bahaa Ityoophiyaa magaaloota Harar, Awwadaay fi Haramayyaatti tajaajila 4G eegalchiiseera. Tajaajjilli Ityoo Teeleekoom giddula…
Oduu biyya keessaa Naannoo Kibbaatti barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaan qabxii olaanaa galmeessaniif… Sifen Megersa May 27, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2013 (FBC) - Naannoo Kibbaatti barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2012n qabxii olaanaa galmeessaniif badhaasni jajjabeessitu laatameera.…
Oduu biyya keessaa Fiinlaand Sagantaa Cowash Itoophiyaaf Birrii biiliyoona 2 deeggarte Sifen Megersa May 27, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2013 (FBC) - Fiinlaand Sagantaa Cowash Itoophiyaa keessatti gaggeessaa jirtuuf Birrii biiliyoona 2deeggarsa taasiifte. Sagantaa Cowash bishaan…
Oduu biyya keessaa Hojiin daandii konkiriitii aspaaltii Dirree Dawaa Shiinlee Birrii miiliyoona 500 ijaarramu eegale Obse Wakgari May 27, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2013 (FBC) – Dirree Dawaa Shiinleetti hojiin ijaarsa daandii konkiriitii aspaaltii Birrii miiliyoona 500 ijaarramu eegaleera. Ijaarsii daandiicha waggaa tokkoo fi…