Ispoortii Arsenaal 0 – 2 Cheelsii Sifen Megersa Aug 22, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2013 (FBC) – Taphoota Priimeyar Liigii Ingilaand torbee 2ffaa har'a gaggeeffameen Cheelsii fi Tootanahaam morkattoota isaanii yoo injifatan, Maanchiisteer qixa ba'e.…
Ispoortii Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii Ityoophiyaan sadarkaa 4 qabachuun xumurte Sifen Megersa Aug 22, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2013 (FBC) – Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii 18ffaa Keeniyaa Naayiroobitti gaggeeffamaa tureen Ityoophiyaan sadarkaa 4 qabachuun xumurteerti.…
Biiznasii Iddoolee Warqeen ba’uutti damee Baankii Daldalaa banuuf waliigalteerra ga’ame Sifen Megersa Aug 22, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2013 (FBC) – Daldala Oomisha Warqee saaphana seeraatti fiduuf hojiileen sirreeffamaa hojjetamaa jiraachuu ibsameera. Ministirri Ministeera Albuudaa fi Boba'aa…
Ispoortii Atleet Miizan Alam Meedaaliyaa warqee 3ffaa Ityoophiyaaf argamsiifte Sifen Megersa Aug 22, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2013 (FBC) –Shaampiyoona Atleetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii Keeniyaa Naayiroobiitti gaggeeffamaa jiruun Atleet Miizan Alam Meedaaliyaa warqee 3ffaa…
Ispoortii Atleet Darribee Waltajjii fi Taaddasaa Taakkalaa meedaaliyaa meetii dabalataa Ityoophiyaaf… Sifen Megersa Aug 22, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2013 (FBC) –Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii 18ffaa Keeniyaa Naayiroobitti gaggeeffamaa jiruun Atleet Darribee Waltajjii fi Taaddasaa Taakkalaa…
Fayyaa Naannoo Kibbaatti karoorri Ekisteenshinii Fayyaa waggaa 15 ifoome Sifen Megersa Aug 22, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2013 (FBC) –Biiroon Eeggumsa Fayyaa Naannoo Kibbaa karoora Ekisteenshinii Fayyaa waggaa 15 ifoomeera. Naannichati kana dura karoorri Ekisteenshinii Fayyaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Musxaafeen jila Paarlaamaa Keeniyaa waliin mari’atan Sifen Megersa Aug 22, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2013 (FBC) – Itti aanaan Preezdaantii naannoo Somaalee obbo Musxaafee Mahaammad jila Paarlaamaa Keeniyaa waajjira isaaniitti simachuun dubbisaniiru. Obbo Musxaafeen…
Oduu biyya keessaa Jilli obbo Dhaabaan durfamu aanaa Cinaaqsanitti Qamadii Kilaasteraan misoome daawwate Sifen Megersa Aug 22, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2013 (FBC) – Jilli Hogganaa Biiroo Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa obbo Dhaabaa Dabaleen durfamu godina Harargee Bahaa Aanaa Cinaaksanitti Qamadii Kilaastaraan…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Qabiradaarii fi Jigjigaa Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisan Sifen Megersa Aug 22, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2013 (FBC) – Yuunvarsiitiin Qabiradaarii Birrii miiliyoona 3 fi Yuunvarsiitii Jigjigaa Birrii miiliyoona 3 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisaniiru. Yuunvarsiitiin…
Oduu biyya keessaa Miseensoonni ogeeyyii Aartii garee Humna Qilleensaa Ityoophiyaa leenjitoota loltuu idilee fi… Sifen Megersa Aug 22, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2013 (FBC) – Miseensoonni Ogeeyyii Aartii garee Humna Qilleensaa Ityoophiyaa leenjitoota Mana Barumsaa loltuu Idilee fi Teeknikaa Awaash Arbaatti leenji’aa jiraniif…