Oduu biyya keessaa Gareen Shororkeessa ABUT kuusaa midhaanii gube Obse Wakgari Aug 6, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 30, 2013 (FBC)- Dhaabbanni garee Shrorkeessaa ABUT deeggarsa ittifameera jedhu kuusaa midhaanii gubuun isaa ibsameera. Mootummaan murtoo dhukaasaa dhaabuu dabarsee…
Biiznasii Qabeenyoota tajaajila hin laanneerraa galiin Birrii miiliyoonni 72 ol walitti qabame Obse Wakgari Aug 6, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 30, 2013 (FBC)- Humni Elektirikaa Ityoophiyaa bara baajata 2013 qabeenyoota tajaajila hin laanneerraa galii Birrii miiliyoonni 72 ol walitti qabamuu biiroon bulchiinsa…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni olaanoo bulchiinsa magaalaa Finfinnee raayyaa ittisa biyyaaf miindaasaanii baatii… Obse Wakgari Aug 6, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 30, 2013 (FBC)- Hoggantoonni olaanoo bulchiinsa magaalaa Finfinnee raayyaa ittisa biyyaaf miindaasaanii baatii tokkoo laachuu waada galaniiru. Itti aantuun kantiibaa…
Idil Addunyaa Gamtaan Afrikaa talaallii vaayrasii koroonaa doozii miiliyoona dhibba 2 miiliyoona 20 biyyoota… Obse Wakgari Aug 6, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 30, 2013 (FBC)- Gamtaan Afrikaa talaallii vaayrasii koroonaa doozii miiliyoona dhibba 2 miiliyoona 20 biyyoota miseensaaf raabsuu eegaleera. Gamtichi talaallii…
Oduu biyya keessaa Dargaggoota godina Jimmaa raayyaa ittisa biyyaatti makamaniif gaggeessaan taasifame Obse Wakgari Aug 6, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 30, 2013 (FBC)- Dargaggoota godina Jimmaa raayyaa ittisa biyyaatti makamaniif gaggeessaan taasifameera. Dargaggoota Godina Jimmaa fi Magaalaa Jimmaa 1500 ol ta'an…
Oduu biyya keessaa Konkolaattoonni fe’umsa 63 deeggarsa dabalataa fe’an magaalaa Maqalee galan Obse Wakgari Aug 6, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 30, 2013 (FBC)- Konkolaattoonni fe’umsa 63 deeggarsa dabalataa fe’an magaalaa Maqalee galuu Qulqulleessii Ragaa Labsii Yeroo Ariifachisaa beeksiseera. Kanaafis…
Oduu biyya keessaa Karaa adda ta’een uummata tajaajiluu qabna- Abbaan Taayitaa Daandiiwwan Oromiyaa Obse Wakgari Aug 6, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 30, 2013 (FBC)-Abbaan Taayitaa Daandiiwwan Oromiyaa raawwii olaanaa galmeessiisuu ibsameera. Itti aanaan daayrikteera olaanaa abbaa taaytichaa obbo Abarraa…
Oduu biyya keessaa Gareen shororkeessaa ABUT magaalaa Laalibalaa seenee raayyaa ittisa biyyaa fi humna adda… Obse Wakgari Aug 6, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 30, 2013 (FBC)- Gareen Shororkeessaa ABUT magaalaa Laalibalaa seenee raayyaa ittisa biyyaa fi humna adda naannichaatin rukutamaa jira. Naannoo Amaaraa magaalaa…
Oduu biyya keessaa Bootteen boba’aa fe’ee Finfinneerraa gara daandii Sulultaatti imalaa ture boolla seene Obse Wakgari Aug 6, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 30, 2013 (FBC)- Konkolaataan Boottee boba’aa fe’ee Finfinneerraa gara daandii Sulultaatti imalee ture boolla seenuu Naannoo Oromiyaatti kutaan gabaasaa fi…
Oduu biyya keessaa Lammiin hundi Raayyaa Ittisa Biyyaa akka deeggaruu qabu Koreen qabeenya walitti qabu waamicha… Obse Wakgari Aug 6, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 30, 2013 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa hundi Raayyaa Ittisa Biyyaa akka deeggaruu qabu Koreen qabeenya walitti qabuu waamicha dhiheessera. Lammiin Ityoophiyaa hundi…