Sagantaan yaadannoo waggaa 27ffaa duguuggaa Sanyii Ruwaandaatti raawwatamee gaggeeffame
Finfinnee, Bitootessa 29, 2013 (FBC) – Sagantaan yaadannoo waggaa 27ffaa duguuggaa Sanyii Ruwaandaatti raawwatamee gaggeeffameera.
Sagantichi guyyaa har’aa galma Gamtaa…