Jiraattonni magaalaa Gambeellaa fi Asoosaa hiriira deeggarsa Dooktar Abiy Ahimadiif bahan
Finfinnee, Amajjii 28, 2013 (FBC)-Jiraattonni naannolee Gambeellaa fi Beenishaanguul Gumuuz magaalaa Asoosaa hiriira deeggarsa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadiif bahaniiru.…