Oduu biyya keessaa Sanyii filatamaa kuntaala kuma 100 ol raabsuuf hojjetamaa jira Obse Wakgari Apr 24, 2020 0 Finfinnee, Eebila 16, 2012 (FBC) – Koorporeeshiniin Hojiilee Qonnaa Ganni osoo hin seenin sanyii filatamaa kuntaala kuma 100 ol raabsuuf hojjechaa jiraachuu beeksise. …
Oduu biyya keessaa Konkolaattoonni hataman saddeet shakkamtoota 16 waliin to’ataman Sifen Megersa Apr 23, 2020 0 Finfinnee, Eebila 15, 2012 (FBC) – Konkolaattonni hataman saddeet shakkamtoota 16 waliin to'atamuu isaanii Komishiniiniin Poolisii magaalaa Finfinnee beeksise. Daayreektarri…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti ganna dhufu biqiltuu biiliyoona 3.5 dhaabuuf hojjetamaa jiraachuu himame Sifen Megersa Apr 23, 2020 0 Finfinnee, Eebila 15, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaatt ganna dhufu biqiltuu gosa addaa addaa biliyoona 3.5 dhaabuuf qophiin barbaachisu taasifamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa fi Qabeenya…
Oduu biyya keessaa Qajeelfamni misooma Invastimantii haaraan hojiirraa oole Sifen Megersa Apr 23, 2020 0 Finfinnee, Eebila 15, 2012 (FBC) –Sochii misooma Invastimantii caalmatti cimsuuf dambii haaraan ba’ee hojitti galamuu Komishiiniin Invastimantii Naannoo Oromiyaa beeksise. …
Oduu biyya keessaa Namtichi qajeelfama labsii yeroo ariifachiisaa darbuun gaa’ela intalaa raawwate to’atame Sifen Megersa Apr 23, 2020 0 Finfinnee, Eebila 15, 2012 (FBC) – Naannoo Amaaraa godina Shawaa Kaabaa aanaa Miidaa Oromootti namtichi qajeelfama labsii yeroo ariifachiisaa darbuun gaa’ela intala isaa raawwate to’atame.…
Oduu biyya keessaa Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan,Baatii Ramadaanaa sababeefachuun… Sifen Megersa Apr 23, 2020 0 Finfinnee, Eebila 15, 2012 (FBC) –Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan, Baatii Ramadaanaa sababeefachuun hordooftoota amantaa Islaamaa maraaf ergaa baga…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti namoonni labsii yeroo ariifachiisaa darbanii argaman to’annoo jala oolan Sifen Megersa Apr 23, 2020 0 Finfinnee, Eebila 15, 2012 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti namoonni qajeelfama Labsii yeroo ariifachiisaa darbanii argaman to’annoo jala ooluu isaanii Komishiiniin Poolisii…
Oduu biyya keessaa Hawaasni Musiliimaa Baatii Ramadaanaa kana keessa harka qalleeyyii fi namoota humna hin qamne… Sifen Megersa Apr 23, 2020 0 Finfinnee, Eebila 15, 2012 (FBC) - Hawaasni Musiliimaa Baatii Ramadaanaa kana keessa harka qalleeyyii fi namoota humna hin qamne gargaaruu akka qaban Manni Maree Dhimmoota Islaamummaa…
Idil Addunyaa Daangefama sosochii kaasuun weerarri vaayrasii koroonaa akka babal’atu godha – Dhaabbata Fayyaa… Sifen Megersa Apr 23, 2020 0 Finfinnee, Eebila 15, 2012 (FBC) - Biyyoonni daangeffama sosochii kaasuun isaanii weerarri vaayrasii koroonaa caalmatti akka babal’atu kan taasisu ta’uu Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa…
Oduu biyya keessaa Meeshaaleen yaalaa ittisa weerara vaayrasii Koroonaaf oolu deeggarsaan kennaman Sifen Megersa Apr 23, 2020 0 Finfinnee, Eebila 15, 2012 (FBC)- Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Dhaabbanni Gargaarsa Daa’immanii (UNICEF) meeshaalee yaalaa ittisa weerara vaayrasii Koroonaaf oolu deeggarsaan…