Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Jan 7, 2021 0 Finfinnee, Muddee 29, 2013 (FBC) - Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen ergaa baga geessanii ayyaana Qillee dabarsnaniiru. Preezdaant Saahilawarqi hordoftooa amantaa Kiristiyaanaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaanoonni 135 Oomaanii gara biyya isaanii deebi’an Sifen Megersa Jan 6, 2021 0 Finfinnee, Muddee 28, 2013 (FBC) - Ityoophiyaanoonni 135 Oomaanii gara biyya isaanii deebi'uu Waajjirri Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaa beeksise. Lammiilee har'a gara biyya isaanii…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanachii fi preezdaantiin naannoo Gaambeellaa ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Jan 6, 2021 0 Finfinnee, Muddee 28, 2013 (FBC) - Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee fi preezdaantiin naannoo Gaambeella obbo Uumad Ujuluun ergaa baga geessanii…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 545 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Jan 6, 2021 0 Finfinnee, Muddee 28, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 545 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 2 darbeera. Sa'aatii 24 darbetti qorannoo…
Oduu biyya keessaa Godina Shawaa Kaabaatti Bireenii dabalatee meeshaaleen waraana 153 fi rasaasawwan kumni 17 ol… Sifen Megersa Jan 6, 2021 0 Finfinnee, Muddee 28, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaa godina Shawaa Kaabaatti meeshaaleen waraanaa seeraan alaa hedduun to’atamuu ibsame. Bireenii dabalatee meeshaaleen…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Makoonniin ergaa bage geessanii dabarsan Sifen Megersa Jan 6, 2021 0 Finfinnee, Muddee 28, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimmaa Alaa obbo Dammaqaa Makoonniin ergaa ayyaana Qillee baga geessanii dabarsan.…
Biiznasii Noottii Birrii barreeffamni irratti barreeffam hin fuudhinaa jedhame jechuun odeeffannoon tatamsa’aa… Sifen Megersa Jan 6, 2021 0 Finfinnee, Muddee 28, 2013 (FBC) – Odeeffannoon nootti birrii barreeffamni irratti barreefame hin fuudhinaa jedhame jechuun tatamsa’a jiru odeeffannoo sobaa ta’uu Baankiin Biyyaalessa…
Teeknooloojii Oromiyaan ragaa hojjettoota naannichaa kuma dhibba 5 diijitaala taasiisuuf hojjechaa jiraachuu… Sifen Megersa Jan 6, 2021 0 Finfinnee, Muddee 28, 2013 (FBC) – Biiroon Pablik Sarvisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa ragaa hojjettoota naannichaa kuma dhibba 5 diijitaala taasiisuuf hojjechaa jiraachuu beeksise…
Oduu biyya keessaa Muusaa Faakii Mahaammat erga baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Jan 6, 2021 0 Finfinnee, Muddee 28, 2013 (FBC) – Komishinarri Komishinii gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii Mahaammat ergaa baga geessanii ayyaana Qillee dabarsan. Muusaa Faakiin hordoftoota amantaa…
Oduu biyya keessaa Finxaaleessuummaan Ityoophiyaa diiga malee hin ijaaru – Aadde Adaanach Sifen Megersa Jan 6, 2021 0 Finfinnee, Muddee 28, 2013 (FBC) – Hawaasni ijaarsaalee naannoo isaa jiru keessatti hirmaachuun misoomarraa fayyadamoo ta’uu akka qaban itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde…