Fayyaa Faayidaan Teemiraa maali ? Tsehay Guluma Mar 11, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2017 (FMC) – Teemirri waayita soomaa hawaasa Musliimaa biratti nyaata ulfinaa fi faayidaa fayyaa olaanaa qabuudha. Teemirri Albuudotaa fi vaaytaaminoota hedduu of…
Oduu biyya keessaa Chaayinaan hirmaannaa invastimantii Itiyoophiyaatti taasistu guddisuuf murannoo qabaachuu ibsite Ayana Dheressa Mar 11, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2017 (FMC)- Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Maammoo Mihiratuun Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Chaayinaa Cheen Haay waliin mari’ataniiru. Mariisaaniin, bu’uura…
Oduu biyya keessaa Tola ooltonniifi abbootiin qabeenyaa deeggarsa dhiyeessii nyaataa cimsanii akka itti fufan gaafatame Ayana Dheressa Mar 11, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2017 (FMC)- Tola ooltonniifi abbootiin qabeenyaa deeggarsa dhiyeessii nyaataa cimsanii akka itti fufan Ejensiin Dhiyeessii Nyaataa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Gurmaa’insi caasaa gandaa haaraan hawaasni tajaajila si’ataa dhiyeenyatti akka argatu… Tsehay Guluma Mar 11, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2017 (FMC) – Gurmaa'insi caasaa gandaa haaraan hawaasni tajaajila si'ataa, haqa qabeessaa fi iftoomina qabu dhiyeenyatti akka argatu taasisaa jiraachuun ibsame.…
Oduu biyya keessaa Hawaasni gaaffiilee dhimmoota adda addaarratti qabu akka dhiyeessu gaafatame Tsehay Guluma Mar 11, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2017 (FMC) – Hawaasni Barnootaa, Fayyaa, Diinadgee fi damee oomishaa, akkasumas dhimmoota ibsa barbaachisurratti gaaffiilee akka dhiyeessu Waajjirri Ministira…
Oduu biyya keessaa Naannawaaleen haala qilleensaa Arfaasaaf mijatan rooba gadaanaa hanga giddugaleessaa ni argatu-IMI Ayana Dheressa Mar 11, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2017 (FMC)- Naannawaalee haala qilleensaa Arfaasaaf mijataa qaban roobaa gadaanaa hanga giddugaleessaa akka argatan Inistiitiyuutiin Meetirooloojii Itiyoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Israa’el fooyyessa diinagdee Itiyoophiyaa kan deeggartu ta’uu ibsite Ayana Dheressa Mar 11, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimooxiwoos Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Israa’el Abrahaam Nigusee waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Obbolummaa fi tokkummaa sabdaneessaa cimsuuf hundi gahee isaa bahuu qaba – Obbo Musxafee… Sifen Megersa Mar 10, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2017 (FMC) - Obbolummaa fi tokkummaa sabdaneessaa cimsuuf hundi gahee isaa bahuu akka qabu Pireezidaantiin Naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad ibsan.…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Afxiraa tokkummaa fi walummaa ummataa cimsa – Obbo Awwaluu Abdii Sifen Megersa Mar 10, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2017 (FMC) - Sagantaan Afxiraa tokkummaa fi walummaa ummataa akka cimsu Pireezidaantii Itti Aanaan mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Awwaluu Abdiin ibsan. Obbo…
Oduu biyya keessaa Jibuutiitti Waldaan Koomiiyuuniitii Itiyoophiyaa Farankaa Jiibuutii miiliyoona 2.7’n Boondii… Sifen Megersa Mar 10, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2017 (FMC) - Jibuutiitti Waldaan Koomiiyuuniitii Itiyoophiyaa Farankaa Jiibuutii miiliyoona 2.7 Boondii Hidha Guddicha Haaromsaa biteera. Hoggantoonni waldichaa…