Fayyaa Yaa’iin fayyaa 27ffaa magaalaa Jimmaatti gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Oct 24, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 14, 2018 (FMC) –Yaa’iin Fayyaa 27ffaan mata duree "Invastimatii itti fufiinsa qabuufi kalaqa, sirna fayyaa cimaaf" jedhuun magaalaa Jimmaatti gaggeeffamaa jira.…
Ispoortii Taphoonni Piriimeer liigii Ingiliiz torbee 9ffaan har’aa eegaluun taphatamu Sifen Megersa Oct 24, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 14, 2018 (FMC) – Taphoonni Piriimeer liigii Ingiliiz torbee 9ffaan tapha har’a Liidis Yuunaayitiid Weest Haam keessummeessuun eegalamu. Har’a halkan sa’aatii…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Bona kana lafa hektaara miiliyoona 4 ol jallisii boneen Qamadii misoomsuuf hojjetamaa… Sifen Megersa Oct 24, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 14, 2018 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti Bona kana lafa hektaara miiliyoona 4 ol jallisii boneen Qamadii misoomsuuf hojjetamaa jira jedhe Biiroon Qonnaa naannichaa.…
Oduu biyya keessaa Afrikaan saffisaa fi jijjiirama addunyaa si’anaa faana akka imaltu tumsaan hojjechuun… Sifen Megersa Oct 24, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 14, 2018 (FMC) – Afrikaan qabeenya kuufamaa qabdu fayyadamtee saffisaa fi haala jijjiirama addunyaa si’anaa faana akka imaltu tumsaan hojjechuun barbaachisaadha…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi Pirojektii madda anniisaa qilleensaa Asallaa % 93 irra ga’e Sifen Megersa Oct 24, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 14, 2018 (FMC) – Ijaarsi pirojektii madda anniisaa qilleensaa godina Arsii aanaa Heexosaatti ijaaramaa jiru % 93 irra gahe jedhe Humni Elektirikaa Itiyoophiyaa.…
Oduu biyya keessaa Koreen Hojii Raawwachiiftu Paartii Badhaadhinaa walga’ii gaggeessuu eegale Sifen Megersa Oct 24, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 14, 2018 (FMC) – Koreen Hojii Raawwachiiftu Paartii Badhaadhinaa walga’ii gaggeessuu eegaluu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan. Korichi…
Oduu biyya keessaa Fooramiin Xaanaa har’a Magaalaa Bahiirdaaritti taa’ama Sifen Megersa Oct 24, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 14, 2018 (FMC) – Fooramiin Xaanaa 11ffaan har’a Magaalaa Bahiirdaaritti taa’ama. Fooramnichi mata duree ‘Afrikaa Sirna jijjiiramaa Addunyaa waliin’ jedhuun…
Biiznasii Baatiwwan sadan darban galiin Birriin biiliyoonni 300 fi biiliyoonni 23 walitti qabame Sifen Megersa Oct 24, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 14, 2018 (FMC) – Bara baajataa 2018 keessa baatiwwan sadan darban galiin Birriin biiliyoonni 300 fi biiliyoonni 23 walitti qabame jedhan Ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Naannoo Oromiyaa galmoota gama hawaasummaan qabate keessaa tokko dhaloota saanyinsii fi… Tsehay Guluma Oct 23, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 13, 2018 (FMC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa galmoota gama hawaasummaan qabate keessaa tokko dhaloota saanyinsii fi teknooloojiin dorgomaa ta’e uumudha jedhe…
Oduu biyya keessaa Magaalaan Harar Fooramii Diinagdee Addunyaa irratti beekamtii argatte Tsehay Guluma Oct 23, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 13, 2018 (FMC) - Harar magaalaa xuraawaa pilaastikaa irraa bilisoomsuuf inisheetiivii egalameen fooramii dinagdee addunyaa irratti beekamtii argatteetti jedhan…