Iyoophiyaa fi Swiidiin hariiroo baroota dheeraa waliin qaban cimsanii akka itti fufan ibsame
Finfinnee, Sadaasa 25, 2013 (FBC)- Iyoophiyaa fi Swiidiin hariiroo baroota dheeraa waliin qaban cimsanii akka itti fufan ibsameera.
Ministirri Ministeera Nageenyaa aadde Mufaariyaat…