Oromiyaatti hojjettootaa fi caasaa godinaa, aanaa fi gandaa 1,700 ol irratti tarkaanfiin fudhatamuun…
Finfinnee, Hagayya 5, 2012 (FBC) – Oromiyaatti rakkoo nageenyaa tibba darbe uumameen hojjettootaa fi caasaa godinaa, aanaa fi gandaa 1,700 ol irratti tarkaanfiin fudhatamuun ibsame.…