Oduu biyya keessaa Raayyaan Ittisa Biyyaa buufata xiyyaaraa Humaraa to’ate Obse Wakgari Nov 10, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 1, 2013 (FBC)- Raayyaan Ittisa Biyyaa gareen saamtuu Juntaa ABUT diina wajjiin qindaa’uun kaayyoo badiif itti fayyadamuuf kan ture buufata xiyyaara Humaraa guutumaa…
Oduu biyya keessaa Miseensoonni Mana Maree Bakka Bu’oota Ummaataa FDRI dhiiga arjooman Sifen Megersa Nov 9, 2020 0 Onkololeessa 30, 2013 (FBC) – Miseensoonni Mana Maree Bakka Bu’oota Ummaataa fi hojjettoonni waajjiraa mata duree ‘dhiiga keenya lammii keenyaaf’ jedhuun dhiiga arjooman. …
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti namoonni dabalata 86 vaayrasii koroonaatin qabaman Obse Wakgari Nov 9, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 30, 2013 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 86vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame. Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin qorannoo…
Idil Addunyaa Talaalliin % 90 vaayrasii koroonaarra nama baraaruu danda’u ifoome Sifen Megersa Nov 9, 2020 0 Onkololeessa 30, 2013 (FBC) – Talaalliin harka 90 vaayrasii koroonaarra nama baraaruu danda’u ifoome. Talaallii kana Kubbaaniwwaan lamatu oomishaa jira jedhame. …
Oduu biyya keessaa Godina Matakkal Aanaa Daanguritti yeroo garagaraatti lammiilee nagaarratti miidhaa qaqqabsiisaa kan… Wabi Fufa Nov 9, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 30, 2013 (FBC) - Godina Matakkal Aanaa Daanguritti yeroo garagaraatti lammiilee nagaarratti miidhaa qaqqabsiisaa kan turan shiftootni 16 ajjeefamaniiru. Shiftoota…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa naannoo Kibbaa dhimmoota biyyaalessaa fi naannoo irratti mari’achaa jira Wabi Fufa Nov 9, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 30, 2013 (FBC) - Paartiin Badhaadhinaa naannoo Kibbaa dhimmoota biyyaalessaa fi naannoo irratti mari’achaa jira. Waltajjii marichaa irratti Preezdantii…
Oduu biyya keessaa Gareen ABUT keessa jiru Jeettii waraanaa Raayyaa Ittisa Biyyaa rukutee kuffiseera jechuun ibse… Wabi Fufa Nov 9, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 30, 2013 (FBC) -Daayrektarri olaanaan Indooktiriineeshinii Raayyaa Ittisa Biyyaa mejar jenaraal Mahaammad Tasammaa gareen ABUT keessa jiru Jeettii waraanaa Raayyaa…
Oduu biyya keessaa Gareen badii nageenya magaalaa Finfinnee booreessuuf ABUT irraa ergama fudhatee socho’aa jiru… Sifen Megersa Nov 9, 2020 0 Onkololeessa 30, 2013 (FBC) – Gareen badii nageenya magaalaa Finfinnee booreessuuf ABUT irraa ergama fudhatee socho’aa jiru jiraachuu eeruu ummatarraa argameen mirkanaa’uu ibsame.…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan gara jeequmsaatti galti sodaan jedhu haala qabatamaa biyyatti hubachuu dhabuurraa kan… Obse Wakgari Nov 9, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 30, 2013 (FBC)-Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Ityoophiyaan gara jeequmsaatti galti sodaan jedhu haala qabatamaa biyyatti hubachuu dhabuurraa kan maddedha…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti misooma jallisiin Qamadii lafa hektaara kuma dhibba 3 ol misoomsuuf hojjetamaa jira Sifen Megersa Nov 9, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 30, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti bara kana Jallisiin Qamadii lafa hektaara kuma dhibba 3 ol misomsuuf hojjetamaa jiraachuu ibsameera. Jilli hogganaa…