Ministeerichi naannolee fi bulchiinsa magaalootaaf Ambuulaasoota marsaa sadiin rabse
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2012 (FBC) – Ministeerri Fayyaa kenniinsa tajaajila fayyaa fi tattaaffii weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf taasifamu milkeessuuf bara kana marsaa 3 naannolee fi…