Idil Addunyaa Preezdaantiin Soomaaliyaa daawwanna hojiif Asmaraa galan Wabi Fufa Jan 27, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) – Preezdaantiin Soomaaliyaa Mahaammad Abdulaahii Mahaammad daawwannaa hojiif Asmaraa galaniiru. Wayita Preezdaantichi Asmaraa ga’anitti Preezdaantiin…
Idil Addunyaa Biraazilitti balaa lolaa fi sigiga lafaan lubuun namoota 30 darbe Wabi Fufa Jan 27, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) – Biraazilitti rooba cimaa roobeen walqabatee balaa lolaa fi sigiga lafaa uumameen lubbuun namoota 30 darbe. Rooba cimaa bulchiinsa Miinaas Geraaysi…
Teeknooloojii Xiyyaarrii Booying 777-9 X dheeraan balalliisaa jalqabaa milkiin xumure Obse Wakgari Jan 27, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) - Xiyyaarrii Booying 777-9 X dheeraan balalliisaa jalqabaa milkiin xumureera. Xiyyaarrii Booying 777-9 X jedhamuu abba motoraa lama fi dheerina meetira…
Ispoortii Taphataan kubbaa kaachoo beekamaan Ameerikaa Koobii Biraayaant balaa helikooktaraan boqote Obse Wakgari Jan 27, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) - Taphataan kubbaa kaachoo beekamaan Ameerikaa Koobii Biraayaant balaa helikooptaraan addunyaa kanarraa boqoteera. Namoota balaa helikooptaraan du’aan…
Oduu biyya keessaa Mariin invastimantii naannoo Oromiyaa Finfinneetti gaggeeffama jira Wabi Fufa Jan 27, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) - Mariin dhimma invastimantii naannoo Oromiyaa abbootii qabeenyaa damicharratti bobba'anii jiranirratti Waajjira Preezdaantii Oromiyaatiin qophaa'e…
Idil Addunyaa Imbaasii Ameerikaa Baagdaaditti argamurratti haleellaan rokkeetti qaqqabe Obse Wakgari Jan 27, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) – Magaalaa guddoo Iiraaq Baagdaaditti kan argamuu imbaasii Ameerikaarratti haleellaan rokkeettii qaqabuun dhaga’ame. Haleellaan rokkeetti sadii kan…
Waajabila Faanaa Dubartiin tokko dorgommii nyaatarratti baayyee nyaachuun lubbuun ishee darbe Wabi Fufa Jan 27, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) - Dorgommii nyaataa Awustiraaliyaatti gaggeeffameen dubartiin tokko baayyee nyaachuun lubbuun darbe. Dubartiin ganna 60 dorgommii hooteela Harvey Bey…
Oduu biyya keessaa Hokkara magaalaa Hararitti uumameen walqabatee shakkamtoonni 87 to’ataman Wabi Fufa Jan 27, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) – Magaalaa Hararitti waqtii ayyaana Cuuphaa hokkara uumameen walqabatee shakkamtoonni 87 to’annoo jala oolaniiru. Hogganaan Biiroo Nageenya mootummaa…
Oduu biyya keessaa Jilli garee obbo Gadduun durfamu gara Ameerikaa imale Wabi Fufa Jan 27, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) –Jilli garee Ministira dhimmaa alaa FDRI obbo Gadduu Andaargaachaw durfamu gara Ameerikaa imale. Jilichi bu’uuruma waliigaltee kanaan dura haala…
Oduu biyya keessaa MM Dooktar Abiy Asmaraa galan Sifen Megersa Jan 26, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2012 (FBC) Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimaad magaalaa guddittii Eeritraa Asmaraa daawwannaaf galan. Preezdaantiin Eeritraa Isaayyaas Afawarqii simannaa…