Oduu biyya keessaa Haala yeroorratti ibsa mootummaan naannoo Oromiyaa Sifen Megersa Jun 3, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2012 (FBC) - Mootummaan naannoo Oromiyaa biyya seeraa fi sirnaan bultu keessatti yaaliin qaxxaamuraan aangoo mootummaa qabachuuf taasifamu milkaa’uu kan hin…
Oduu biyya keessaa Ummanni gaaffii bu’uraa yoo qabaate karaa sirriin yaa dhiyeessu – MNO Sifen Megersa Jun 3, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2012 (FBC) - Gareewwan hiriira mormii qindeessaa jiran ummatatti fayyadamuun fedhii aangoo isaanii guuttachuuf warra socho'an ta’uu mootummaan naannoo…
Oduu biyya keessaa Galmi Barkumee magaalaa Finfinnee wal’aanamtoota COVID-19 keessumeessuu eegale Wabi Fufa Jun 2, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2012 (FBC) – Galmi Barkumee magaalaa Finfinnee wal’aanamtoota COVID-19 keessumeessuu eegale. Daayreektarri Olaanaan Giddugala Yaalaa Galma Barkumee Dooktar…
Oduu biyya keessaa Ministeerii nageenyaa weerara vaayirasii koroonaa ittisuuf kan oolu deeggarsa taasise Wabi Fufa Jun 2, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2012 (FBC) – Ministeerii nageenyaa weerara vaayirasii koroonaa ittisuuf kan oolu Naannoolee sagal, Bulchiinsa Magaalaa lamaafi bakka bu’oota Komishinii Poolisii…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti dabalataan namoota 87 irratti vaayrasiin koroonaa argame Wabi Fufa Jun 2, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2012 (FBC) – Qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoota 87 irratti vaayrasiin koroonaa argamu Ministeerri Fayyaa beeksise. Ministeerri Fayyaa FDRI akka beeksisetti sa’aa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti giddugalli qorannoo vaayrasii koroonaa 29 tajaajila laacha jira Wabi Fufa Jun 2, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2012 (FBC) –Ityoophiyaatti giddugalli qorannoo vaayrasii koroonaa 29 tajaajila laacha jira. Ityoophiyaatti giddugalli qorannoo vaayrasii koroonaa 29 tajaajila…
Oduu biyya keessaa Ittisa vaayarsii koroonaaf kan oolu deeggarsi maaskii kuma 500 olii fi maallaqaa taasifame Wabi Fufa Jun 2, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2012 (FBC) - Ittisa vaayarsii koroonaaf kan oolu deeggarsi maaskii kuma 500 olii fi maallaqaa taasifame. Ityoophiyaatti Ambaasaddarri Chaayinaa…
Oduu biyya keessaa Naannoo Gambeellaaf deeggarsi meeshaalee yaalaa Birrii kuma 600 ol baasu taasifame Wabi Fufa Jun 2, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2012 (FBC) - Naannoo Gambeellaaf deeggarsi meeshaalee yaalaa Birrii kuma 600 ol baasu taasifame. Yuunvaasitii Finfinneetti Giddugalli misooma…
Idil Addunyaa Tiraamp mormii kutaalee biyyattii garaagaraatti adeemaa jirutti loltuu akka bobbaasuuf jiran… Wabi Fufa Jun 2, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2012 (FBC) – Preezdantiin Ameerikaa Doonald Tiraamp mormii kutaalee biyyattii garaagaraatti adeemaa jirutti loltuu akka bobbaasuuf jiran dhaadatan.…
Oduu biyya keessaa Ibsa Amineesti Internaashinaal baase irratti hojii qulqulleessu jalqabuu Abbaan Alangaa Waliigalaa… Wabi Fufa Jun 2, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2012 (FBC) – Ibsa Amineesti Internaashinaal baase irratti hojii qulqulleessu jalqabuu Abbaan Alangaa Waliigalaa Fedeeralaa Beeksise. Ibsa…