Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Jimmaa jiru Obse Wakgari Sep 18, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad har’a waaree booda magaalaa Jimmaa galaniiru. Dooktar Abiyy Ahimad buufata xiyyaaraa Jimmaa Abbaa Jifaar…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa duub deebii fi tarkaanfi fuulduraa weerara vaayrasii koroonaarratti murtee yaadaa… Sifen Megersa Sep 18, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2013 (FBC) – Manni maree Bakka Bu’oota Uummataa duub deebii fi tarkaanfi fuulduraa weerara vaayrasii koroonaa ilaalchisee yaada Ministeerri Fayyaa dhiyeessirratti…
Oduu biyya keessaa lammiilee balaa lolaatin miidhamaniif deeggarsi maallaqa fi meeshaalee garaagaraa Birrii miiliyoona… Obse Wakgari Sep 18, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2013 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinnee lammiilee balaa lolaatin miidhamaniif deeggarsi maallaqa fi meeshaalee garaagaraa Birrii miiliyoona 29tti tilmaamamuu…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanachii fi Abunee Maatiyaas iddoo kabajaa ayyaana daamaraa addabaabayii Masqalaa daawwatan Obse Wakgari Sep 18, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2013 (FBC)-Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee fi Paatriyaarkiin Ortodooksii Ityoophiyaa Qulqulluu Abunee Maatiyaas iddoo kabajaa ayyaana…
Idil Addunyaa Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa tattamsa’ina vaayrasii koroonaa ilaalchisuun biyyoota Awrooppaa… Wabi Fufa Sep 18, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2013 (FBC) –Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa tattamsa’ina vaayrasii koroonaa ilaalchisuun biyyoota Awrooppaa akeekkachiise. Dhaabbatichi guutummaa biyyoota…
Waajabila Faanaa Irreechi Hora Finfinnee kaartaa argate Obse Wakgari Sep 18, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2013 (FBC)- Irreechi Hora Finfinnee kaartaa argate. Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Irreecha Hora Finfinnee Doloolloo Buddeenatiif kaartaa mirkana lafaa laatera.…
Idil Addunyaa Chaayinaan Sudaan Kibbaaf Ruuzii toonii kuma 3 deeggarsa taasiifte Sifen Megersa Sep 18, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2013 (FBC) – Chaayinaan Sudaan Kibbaatti lammiilee balaa lolaan miidhamanii fi rakkoolee garaagaraaf saaxilamaniif Ruuzii Toonii kuma 3 deeggarsa taasiifte.…
Oduu biyya keessaa Jilli hoggansa olaanaa Oromiyaa miidhamtoota lolaa laga Awaashif deeggarsa taasise Obse Wakgari Sep 18, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2013 (FBC)- Jilli hoggansa naannoo Oromiyaa miidhamtoota lolaa laga Awaash daawwachuun deeggarsa taasise. Jilli preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa obbo…
Oduu biyya keessaa Qondaaltotaa fi miseensota poolisii godina addaa Oromiyaa 617f guddinni gulantaa laatame Obse Wakgari Sep 18, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2013 (FBC)- Komiishiniin Poolisii Oromiyaa qondaaltotaa fi miseensota poolisii godina addaa Oromiyaa naannawa Finfinnee 617f guddina gulantaa magaalaa Sabbataatti…
Oduu biyya keessaa Caffee Oromiyaa waltajjii gamaaggama raawwii bara 2012 fi qophii karoora bara 2013 gaggeessa jira Obse Wakgari Sep 18, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2013 (FBC)- Afyaa’iin Caffee Oromiyaa aadde Loomii Badhoo ergamoota gurguddoo heeraan kennamaniif irratti hundaa’uun fayyadamummaa ummata naannichaa mirkaneessuuf…