Dubartiin umri waggaa 65 ulfa ta’uu isaanii osoo hin beekin ilma dahan
Finfinnee, Caamsaa 23, 2012 (FBC) - Jiraattuu magaalaa Finfinnee kan ta’an dubartiin ganna 65 aadde Sinidduu Sawunnet hanga guyyaa da’anitti ulfa ta’uu hin beekan ture.
Hojii gabaa…