Yaa’iin abbootii seeraa naannoo Oromiyaa 2ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee Amajjii 8, 2012 (FBC) - Yaa’iin abbootii seeraa naannoo Oromiyaa 2ffaan Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti gaggeeffamaa jira.
Kaayyoon yaa’ii kanaa bu’aa riifoormii manneen…