Oduu biyya keessaa Obbo Yaamii Kabbadaa boqotan Sifen Megersa Oct 17, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessaa 7, 2013 (FBC) - Seenaa hooggansa Ispootii Ityoophiyaa keessatti qooda olaanaa ba’aa kan turan obbo Yaamii Kabbadaa boqatan. Obbo Yaamiin dhibee isaan…
Oduu biyya keessaa Waamicha muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad “maaddii biyyaaf” dhiyeessaniif… Sifen Megersa Oct 17, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessaa 7, 2013 (FBC) - Waamicha muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad "maaddii biyyaaf" dhiyeessaniif dhaabbileen deebii laachaa jiru. Dooktar Abiy misooma proojaktii…
Oduu biyya keessaa Sirni beekkamtii laachuu tola ooltootaa bara 2012 fi sagantaan tola ooltummaa bara 2013 eegalchiisuu… Sifen Megersa Oct 17, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessaa 7, 2013 (FBC) – Sirni beekkamtii laachuu tola ooltootaa bara 2012 fi sagantaan tola ooltummaa bara 2013 eegalchiisuu gaggeeffamaa jiraachuu ibsame. …
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiwwan hundi Onkololeessaa 23-30,2013 simannaa marsaa duraa ni gaggeessu jedhame Sifen Megersa Oct 17, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessaa 7, 2013 (FBC) –Yuunvarsiitiwwan hundi Onkololeessa 23-30, 2013tti simannaa barattootaa marsaa duraa kan gaggeessan ta’uu Ministeerri Saayinsii fi Dhaabbilee…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 665 vaayrasii koroonaatin qabamuun ibsame Sifen Megersa Oct 17, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessaa 7, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannaa sa’aa 24 kaleessa darbeetin Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 665 vaayrasii koroonaatin qabamuun ibsame. Qorannaan…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Preezdaanti Siiriil Raamaafoosaa waliin mari’atan Sifen Megersa Oct 17, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessaa 7, 2013 (FBC) -Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Preezdaantii Afrikaa Kibbaa Siiriil Raamafoosaa waliin bilbilaan mari’ataniiru. Dooktar…
Teeknooloojii Hojmaanni fayyadamtoonni seera qabeessummaa qorichaa bilbilaan mirkaneessuu danda’an ifoome Sifen Megersa Oct 16, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 6, 2013 (FBC) – Hojmaanni fayyadamtoonni seera qabeessummaa qorichaa bilbilaan mirkaneessuu danda’an ifoomuu ibsame. Abbaan Taayitaa Nyaataa fi…
Oduu biyya keessaa Manni murtichaa obbo Lidatuun himata 2ffaa himataniin beellama jijjiirraa laate Sifen Megersa Oct 16, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 6, 2013 (FBC) – Manni Murtii waliigalaa Shawaa Bahaa obbo Lidatuun himata 2ffaa sanada heera mootummaa faallessu qopheessuun himatamanirratti beellama jijjiirraa…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Neezarlaand meeshaalee weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf oolu Ityoophiyaaf deeggarsa… Sifen Megersa Oct 16, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 6, 2013 (FBC) – Mootummaan Neezarland dhaabbata miti mootummaa ‘Kaard Eeyid’ jedhamu waliin ta’uun meeshaalee weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf oolu Ityoophiyaaf…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Antooniyoo Guuutereez waliin bilbilaan mari’atan Sifen Megersa Oct 16, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 6, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad barreessaa olaanaa Dhaabbata Mootummaa Gamtoomaanii Antooniyoo Guuutereez waliin bilbilaan mari’atan…