Deeggarsa biyyoolessaa ittisa Kooviid 19
Finfinnee, Bitootessa 17,2012(FBC) – Deeggarsa biyyoolessaa ittisa Kooviid 19;
Namni kamuu amma danda'u deeggarsa akka taasisu lakkoofsonni herreegaa kanneen banamaniiru.
1. Baankii…
Tamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf hoggansa damee geejibaa waliin mari’atame
Finfinnee, Bitootessa 17,2012(FBC) –Tamsa'ina vaayrasii koroonaa ittisuuf hoggansa damee geejibaa waliin mari'atame.
Ministirri Ministeera Geejibaa aadde Daagmaawiit Moogas tamsa'ina…
Manni Maree Bulchiinsa Mootummaa naannoo Hararii weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf murteewwan…
Finfinnee, Bitootessa 17,2012(FBC) –Manni Maree Bulchiinsa Mootummaa naannoo Hararii weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf murteewwan addaddaa dabarse.
Hojjettoonni qaama…
Vaayrasii koroonaa ittisuuf qajeelfamoota hojiirra oolchuurratti baay’etu nu hafa- preezdaant…
Finfinnee, Bitootessa 17,2012(FBC) – Vaayrasii koroonaa ittisuuf qajeelfamoota hojiirra oolchuurratti baay'etu nu hafa jedhan preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen.
Preezdaant…
Abbaan Alangee Waliigalaa Federaalaa himanni namoota 39 akka adda citu murteesse
Finfinnee, Bitootessa 17,2012(FBC) –Abbaan Alangee Waliigalaa Federaalaa himanni namoota 39 akka adda citu murteesse.
Weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf kaleessa Bitootessa…
Baankichi deeggarsa taasise
Finfinnee, Bitootessa 16,2012(FBC) – Vaayrasii koroonaa ittisuuf Waldaan Akkasiyoonii Baankii Hibratii fi Inshuraansiin Hibrat deegarsa maallaqaa taasisan.
Vaayrasii koroonaa ittisuu fi…
Vaayrasii koroonaa ittisuuf sagantaan galii walitti qabuu ergaa gabaabaa ifoome
Finfinnee, Bitootessa 16,2012(FBC) - Vaayrasii koroonaa ittisuuf sagantaan galii walitti qabuu ergaa gabaabaa ifoome.
Ityoo - Teeleekoom Vaayrasii koroonaa ittisuuf sagantaa…
Biyyoonni Miseensa Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa tatamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf…
Finfinnee, Bitootessa 16,2012(FBC)- Biyyoonni Miseensa Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa tatamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf waliigaluu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad beeksisan.…
Manni amantichaa dhaabbileen yeroof tajaajila akka dhaabaan murteesse
Finfinnee, Bitootessa 16,2012(FBC)- Manni Amantaa Ortodoksii Ityoophiyaa dhaabbiileen mana amantichaa yeroof tajaajila akka dhaabaan murteessuu beeksise.
Qulqulluun…