Oduu biyya keessaa Barbareen Seeran ala kuufame to’atame Sifen Megersa Mar 21, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinnee kutaa bulchiinsa Yekkaatti barbareen seeran ala kuufame kuntaalli 200 to’atame. Kutaa bulchiinsa Yekkaa aanaa 10 iddoo…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiwwan Vaayrasii koroonaa ittisuuf qophii taasisaa jiran cimsuu qabu Sifen Megersa Mar 21, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2012 (FBC) – Yuunvarsiitiwwan Vaayrasii koroonaa ittisuuf qophii taasisaa jiran cimsanii itti fufuu akka qaban gaafatame. Ministirri Ministeera…
Idil Addunyaa Xaaliyaanitti guyyaa kaleessaa qofa namoonni 627 vaayrasii koroonaan du’an Sifen Megersa Mar 21, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2012 (FBC) - Xaaliyaaniiti guyyaa kaleessaa qofa namoonni 627 vaayrasii koroonaan du’uu isaanii ibsameera. Waliigala biyyattitti namoota kuma 47 fi…
Oduu biyya keessaa Dhaabbanni Nyaata fi Qonna Addunyaa (FAO)n Ityoophiyaaf deeggarsa taasise Sifen Megersa Mar 21, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2012 (FBC) – Dhaabbanni Nyaata fi Qonna Addunya (FAO)n Ityoophiyaatti weerara hoomaa awwaannisaa ittisuuf xiyyaara keemikaala biifu deeggarsa taasiseera.…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Abuukaadoo sanyii filatamaa babal’isuuf hojjetamaa jiraachuu ibsame Sifen Megersa Mar 21, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2012 (FBC) - Waggoottan shanan dhufanitti Oromiyaarraa oomisha Abuukaadoo alatti erguuf hojjetamaa jiraachuu Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo…
Idil Addunyaa Kooriyaan Kaabaa miisaa’ela fageenya gabaabaa furgugsite Obse Wakgari Mar 21, 2020 0 Finfinnee, Bitootessaa 12, 2012 (FBC)- Kooriyaan Kaabaa miisaa’ela fageenya gabaabaa furgugsite. Miisaa’eelicha Piyoongiyaang jalqaba baatii kanaatti irra deebiin kan yaalte yoo ta’u,…
Oduu biyya keessaa Baankiin Addunyaa Ityoophiyaadhaf Doolaara miiliyoona 500 raggaasise Obse Wakgari Mar 21, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2012 (FBC) - Baankiin Addunyaa Ityoophiyaadhaf Doolaara Ameerikaa miiliyoona 500 raggaasise. Boordiin daayreektaroota Baankii Addunyaa Ityoophiyaadhaf deeggarsaa…
Oduu biyya keessaa Oromiyaan dhaabbilee daldalaa seeraan ala daballii gatii taasisan 1,085 irratti tarkaanfii fudhate Obse Wakgari Mar 21, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2012 (FBC) - Mootummaan naannoo Oromiyaa dhaabbilee daldalaa seeraan ala daballii gatii taasisan 1,085 irratti tarkaanfii fudhate. Dhaabbileen kanneen tamsa'ina…
Oduu biyya keessaa Haala adeemsa filannoorratti mar’atame Sifen Megersa Mar 20, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 11, 2012 (FBC) - Dhiibbaa weerarri vaayrsaii koroonaa filannoo bara kanaarratti uumuu danda’uu fi murtee fudhatamuu qaburratti mari’atame. Boordiin…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaatti dhaabbilee daldalaa daballii gatii taasisan 1085 irratti tarkaanfiin fudhame Sifen Megersa Mar 20, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 11, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti dhaabbilee daldalaa weerara vaayrasii koroonaa sababeeffachuun seeran ala daballii gatii taasisan 1085 irratti tarkaanfiin…