Idil Addunyaa TikTok uggura Traamp irratti tarkaanfi seeraa fudhachuufi Obse Wakgari Aug 23, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2012 (FBC) – TikTok uggura preezdaantii Ameerikaa Doonaald Traamp irratti tarkaanfi seeraa akka fudhatu beeksise. TikTok kan Dhaabbata Chaayinaa ‘ByteDance’…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach Abeebee gidduugala gala guddisa daa’immanii Kiibaba Tsahaayii daawwatan Obse Wakgari Aug 23, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2012 (FBC) – Itti aantuun kantiibaa Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee giddugala guddisa daa’immanii Kiibaba Tsahaayii daawwataniruu. Aadde Adaanach qooda…
Oduu biyya keessaa Preezdaantonni naannoo Amaaraa fi Beenishaangul Gumuuz hidha haaromsaa guddichaa Ityoophiyaa… Obse Wakgari Aug 23, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2012 (FBC) – Preezdaantonnii mootummaa naannolee Amaaraa fi Beenishaangul Gumuuz hidha haaromsaa guddiicha Ityoophiaa daawwata jiru. Deeggarsa hidhichaaf abbaan…
Oduu biyya keessaa Godina Shawaa Bahaatti baalli sammuu nama hadoochuu kuntalli 50 ol to’annoo jala oole Obse Wakgari Aug 23, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2012 (FBC) – Godina Shawaa bahaatti baalli sammuu namaa hodochuu (Kaanaabiisiin) kuntaala 50 ol to'annoo jala ooluu Waajjirri Poolisii godinichaa beeksisee. Godina…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,368 vaayrasii koroonaatin qabaman Obse Wakgari Aug 23, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2012 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa’aa 24 kaleessa darbeetin namoonni dabalataa 1,368 vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa’era. Sa’aa 24 kaleeessa darbeen…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti itti quufinsi tajaajilamaa kan ittiin ilaalamu sirni madaallii akka diriiru ibsame Wabi Fufa Aug 22, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2012 (FBC) –Finfinneetti itti quufinsi tajaajilamaa kan ittiin ilaalamu sirni madaallii akka diriiru ibsame. Itti quufinsi tajaajilamaa kan ittiin…
Oduu biyya keessaa Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad haroon Wancii jannata lafarrati jedhan Wabi Fufa Aug 22, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad haroon Wancii jannata lafarrati jedhan. Bakka duraan voolkaanoo cimaan ture kana har'a burqaawwan ho'aafi…
Oduu biyya keessaa Dhiibaa diinagdee vaayrasii koroonaa hir’isuuf dhiifama idaa mootummaan murteesse hojiirra oolu… Wabi Fufa Aug 22, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2012 (FBC) –Dhiibaa diinagdee vaayrasii koroonaa hir’isuuf dhiifama idaa mootummaan murteesse hojiirra oolu Ministeerri Galiiwwanii beeksise. Dhiibaa diinagdee…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 325 vaayrasii koroonaan qabamuu… Wabi Fufa Aug 22, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 325 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame. Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin qorannoo…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministeeroota walga’ii guyyaa har’aa gaggeesseen ajandaawwan garagaraa irratti murtee… Wabi Fufa Aug 22, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2012 (FBC) –Manni Maree Ministeeroota walga’ii guyyaa har’aa gaggeesseen ajandaawwan garagaraa irratti murtee dabarse. Manni Maree Ministeeroota walga’ii idileessaa…