Oduu biyya keessaa Jastiin Truudoon Finfinnee ni galan Sifen Megersa Feb 7, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) – Muummeen ministiraa Kaanaadaa Jastiin Truudoon daawwannaa guyyoota sadiif Finfinnee galaniiru. Buufata xiyyaaraa idil addunyaa booleetti…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni biyyoota Afrikaa yaa’ii Gamtaa Afrikaa 33ffaaf Finfinnee galuu eegalan Obse Wakgari Feb 7, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC0 – Hoggantoonni biyyoota Afrikaa yaa’ii idilee hoggantoota gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galuu eegalan. Guyyaa kana waaree booda…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaatti bara kana ijaarsi proojaktoota misooma jallisii ammayyaa 19 eegalaman Sifen Megersa Feb 7, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) – Bara baajataa kana naannoo Oromiyaatti ijaarsi proojaktoota misooma jallisii ammaayyaa 19 eegaluu isaanii ibsameera. Proojaktoonni kunneen…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan miseensoota Boordii Faawundeeshinii Biig Wiin waliin mari’atan Sifen Megersa Feb 7, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa FDRI obbo Dammaqaa Makkoonnin miseensoota boordii Faawundeeshinii Biig Wiin waliin mari’ataniiru. Hanga bara 2030tti…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Jibuutiin miseensa mana maree nageenyaa gamtaa Afrikaa ta’uun filataman Sifen Megersa Feb 7, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) - Ityoophiyaa fi Jibuutiin miseensa mana maree nageenyaa Gamtaa Afrikaa ta’uun filatamuun isaanii ibsameera. Biyyoonni lamaanuu waggoota lamaaf…
Biiznasii Finfinneetti baatiiwwan 6n darbanitti galiin Birrii biiliyoona 21.53 walitti qabame Sifen Megersa Feb 7, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) – Abbaan Taayitaa Galiiwwanii Finfinnee baatiiwwan 6n darbanitti taaksii kallattii fi al kallattiirraa Birrii biiliyoona 21.53 walitti qabuu beeksise.…
Ispoortii Waldorgommiin ispoortii dhaabbiilee federaalaa gidduutti gaggeeffamu eegalame Sifen Megersa Feb 7, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) - Waldorgommiin ispoortii manneen hojii ministeerotaa fi dhaabbilee federaalaa hunda hirmaachise eegalameera. Waldorgommiin ispoortii kun hariiroo…
Teeknooloojii Twutariin baatii sadii keessaatti Doolaara Ameerikaa biiliyoonaa 1 walitti qabe Obse Wakgari Feb 7, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC)- Twutariin bara Faranjoota 2019 kurmaanaa 4ffaatti Doolaara Ameerikaa biiliyoona 1 walitti qabu beeksise. Kunis kurmaana jalqabaatti yeroo jalqabaaf…
Oduu biyya keessaa Baha Ityoophiyaatti dabbabarsa nyaataa fi qorichoota seeraan alaarratti to’annoo cimaan ni… Sifen Megersa Feb 7, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) - Baha Ityoophiyaatti dabbabarsa nyaataa fi qorichoota seeraan alaarratti to’annoo cimaan akka barbaachisu koreen dhaabbii dhimmoota dubartoota,…
Oduu biyya keessaa Obbo Gadduu Aandaargaachaw gita isaanii Demokraatik Riippabliika Koongoo fi Taanzaaniyaa waliin… Wabi Fufa Feb 7, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) - Obbo Gadduu Aandaargaachaw gita isaanii Demokraatik Riippabliika Koongoo fi Taanzaaniyaa waliin mari’atan. Ministirri Dhimma Alaa FDRI obbo…