Fayyaa Chaayinaan guyyoota 6 keessaatti Hospitaala sadarkaa eeggate ijaaruufi Sifen Megersa Jan 26, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2012 (FBC) - Chaayinaan bulchiinsa Wiihaanitti guyyoota 6 keessaatti Hospitaala sadarkaa eeggate ijaartee xumuruuf akka ta’e beeksiifte. …
Ispoortii Dorgommiin qaxxaamura biyyaa Hurufa Boombii ( Jaan-Meedaa)37ffaan gaggeeffame Sifen Megersa Jan 26, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2012 (FBC) - Dorgommiin qaxxaamura biyyaa Hurufa Boombii idila addunyaa 37ffaan guyyaa har’aa gosoota Ispoortii 6 gaggeeffameera. Fiigicha kiloo meetira 6…
Oduu biyya keessaa Baankiin daldala Ityoophiyaa wiirtuu diijitaalaa kan jalqabaa bane Wabi Fufa Jan 25, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2012 (FBC) -Baankiin daldala Ityoophiyaa wiirtuu diijitaalaa biyyattiif kan jalqabaa ta’e guyyaa har’a baneera. Wiirtuun diijitaalaa haaraan kun maashinoota…
Oduu biyya keessaa Jijjiirraan bara haaraa saba Geedi’oo ayyaanni Daraaroo magaalaa Diillaatti kabajama jira Wabi Fufa Jan 25, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2012 (FBC) - Jijjiirraan bara haaraa saba Geedi’oo ayyaana Daraaroo magaalaa Dillaatti kabajamaa jira. Ayyanicharratti Itti aanaa preezdaanti mootummaa naannoo…
Ispoortii Qabxii taphoota priimiyar liigii Ityoophiyaa torbee 10ffaa Wabi Fufa Jan 25, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2012 (FBC) - Qabxii taphoota priimiyar liigii Ityoophiyaa torbee 10ffaa. Taphoota har'aatin; Sabbataa 2 - 1 Hawaasaa Sihuul Shiree 1 – 1 Jimmaa Abbaa Jifaar…
Oduu biyya keessaa Birriin miiliyoona 100 ol baasii kan itti ta’e Buufanni Gogaa Warataa torbee dhufu eebbifama Wabi Fufa Jan 25, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2012 (FBC) - Birriin miiliyoona 100 ol baasii kan itti ta’e Buufanni Gogaa Warataa marsaan jalqabaa torbee dhufu eebbifama. Dhaabbata Tajaajila Lojistikii Galaanaa…
Idil Addunyaa Chaayinaatti koronaavaayirasiin hanga ammaatti lubbuu namootaa 41 darbe Wabi Fufa Jan 25, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2012 (FBC) – Chaayinaatti koronaavaayirasiin hanga ammaatti lubbuu namootaa 41 darbe. Addunyaan waa’ee vaayirasii kanaa yaaddoo keessa seenuun, biyyoonni…
Oduu biyya keessaa Leenjiin hoggansa olaanaa Paartii Badhaadhinaa Adaamaatti gaggeeffamaa jira Obse Wakgari Jan 25, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2012 (FBC) - Leenjiin hoggansa olaanaa Paartii Badhaadhinaa magaalaa Adaamaatti gaggeeffamaa jira. Itti aanaan itti gaafatamaa Wajjira Paartii…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi proojaktii misooma sukkaaraa Xaanaa Balas haala gaarirra akka jiru ibsame. Obse Wakgari Jan 25, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2012 (FBC) – Ijaarsi proojaktii misooma sukkaaraa Xaanaa Balas haala gaarirra akka jiru ibsame. Proojaktichi rakkoo qulqullina ijaarsaa fi harkifannaan maqaan isaa…
Oduu biyya keessaa Manni maree naannoo Tigraay yaa’ii idileesaa gaggeessaa jira Obse Wakgari Jan 25, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2012 (FBC) - Manni maree naannoo Tigraay yaa’ii idilee marsaa 18ffaa bara hojii 5ffaasaa gaggeesuu eegaleera. Ya’iichi guyyoota shaniif magaalaa Maqalee,…