Ispoortii Joordaan Hendarsan Bireentifoorditti makame Sifen Megersa Jul 15, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 8, 2017 (FMC) – Dursaa Garee taphattoota Liiverpuul kan ture Joordaan Hendarsan jijjiirraa bilisaan Bireentifoorditti makame. Taphataan sarara gidduu lammiin Ingiliiz…
Uncategorized Gamaaggamni Karoora misooma biyyaalessaa bara 2018 eegalame Sifen Megersa Jul 15, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 8, 2017 (FMC) – Gamaaggamni Karoora misooma biyyaalessaa bara 2018 bakka Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad argamanitti gaggeeffamuu eegale. Ministeera…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan diinagdee jijjiirama qabeenya qilleensaa dandamatu ijaaruuf hojiilee qabatamaa… Sifen Megersa Jul 15, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 8, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan jijjiirama qabeenya qilleensaa dandamachuuf imaammataan deeggaramtee hojiilee hojjette ilaalchisee muuxannoo qabdu qooddetti. Rakkoo…
Teeknooloojii Itiyoophiyaan biyyoota damee Diijitaalaan raawwii gaarii galmeessan keessaa ishee tokko Sifen Megersa Jul 15, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 8, 2017 (FMC) – Walga’iin Ministiroota Maallaqaa Inisheetiivii Gaanfa Afrikaa 25ffaan Keeniyaa Naayiroobiitti gaggeeffameera. Walga’ichaan tumsa Diijitaalaa dhimmoota…
Oduu biyya keessaa Hanga ammaatti xaa’oon kuntaalli miiliyoonni 5 ol raabsame Tsehay Guluma Jul 15, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 8, 2017 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti bara oomishaa 2017/18’f xaa’oon kuntaalli miiliyoonni 5 ol karaa yuuniyeenootaa fi Waldaalee bu’uuraan qonnaan bultootaaf raabsame…
Oduu biyya keessaa Barri 2018 bara qulqullina yaadaa, karooraafi irree gamtoome barbaadudha- Dooktar Abiy Ahimad Yonatan Birhanu Jul 15, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad barri 2018 bara qulqullina yaadaa, karooraafi irree gamtoome barbaadudha jedhan. Raawwii bara kanaan bu’aa…
Idil Addunyaa Landanitti xiyyaarri xiqqaan kufee lubbuun namoota 4 darbe Ayana Dheressa Jul 14, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2017 (FMC) – Balaa xiyyaaraa Landan dhiyeenya buufata xiyyaaraa Sawuz Iinditti qaqqabeen lubbuun namoota 4 darbe. Xiyyaarri xiqqaan “Biichikiraafti B200 Suuppar…
Oduu biyya keessaa Aadaan oomishaalee biyya keessaa fayyadamuu cimuu qaba- Dooktar Abdulhaakim Muluu Ayana Dheressa Jul 14, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2017 (FMC) – Sirna daldalaa Itiyoophiyaa saffisiisuuf aadaan oomishaalee biyya keessaa fayyadamuu cimuu akka qabu Deetaan Ministira Ministeera Daldalaafi Walitti…
Oduu biyya keessaa Bara 2017’tti imala guddinaa bara 2018’f bu’uura ta’u galmeessineerra- Dooktar Abiy Ahimad Ayana Dheressa Jul 14, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad bara 2017’tti imala guddinaa bara 2018’f bu’uura ta’u galmeessineerra jedhan. Ministirri Muummee Dooktar…
Oduu biyya keessaa Midrook meeshaalee yaala fayyaa Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 70 olii deeggarsa taasise Ayana Dheressa Jul 14, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2017 (FMC) – Gareen Invastimantii Midrook meeshaalee yaala fayyaa Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 70 ol baasan deeggarsa taasise. Meeshaaleen kunneenis…