Oduu biyya keessaa Yaa’ii Seenaa Qabeessaa fi Abdii Biyyaa! Sifen Megersa Jul 20, 2026 0 Itiyoophiyaan seenaa keessatti marii kuufama qormaatilaafi gufuulee biyyattii ta'an buqqisuu danda’u gaggeessaa jirti. Yaa’ii biyya obbolummaan dhugaan keessatti ifee mul'atu ijaaruuf…
Idil Addunyaa Ameerikaan Iraan irratti haleellaa cimaa raawwatte- Doonaald Tiraamp Ayana Dheressa Jul 20, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 13, 2018(FMC)- Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp Ameerikaan kaleessa galgala Iraan irratti haleellaa cimaa raawwachuu dubbatan. Tarkaanfiin Iraan irratti…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Gadaa Arsii Dhaddacha Bal’ootti eegale Sifen Megersa Jul 20, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 13, 2018 (FMC) –Yaa'iin Gadaa Arsii Sikkoo Mandoo Dhaddacha Bal’ootti taa’amuu eegaleera. Godina Baalee Bahaa, Aanaa Raayituu Magaalaa Dhaddacha Bal’aatti Yaa'iin…
Oduu biyya keessaa Caffeen Oromiyaa Yaa’ii gaggeessaa ture xumure Sifen Megersa Jul 20, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 13, 2018 (FMC) – Caffeen Oromiyaa Yaa'ii idilee 11ffaa bara hojii 5ffaa waggaa 6ffaa gaggeessaa ture xumureera. Yaa'ii oolmaa har'aan gabaasa raawwii Mana Murtii…
Oduu biyya keessaa Hirmaattonni yaa’ichaa ajandaalee ramadaman irratti mari’achuu eegalan- Komishinicha Ayana Dheressa Jul 20, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 13, 2018(FMC)- Hirmaattonni yaa’ii marii biyyaalessaa guyyaa har’aa ajandaalee ramadaman irratti mari’achuu eegalaniiru jedhe Komishiniin Marii Biyyaalessaa.…
Oduu biyya keessaa Miidiyaaleen ofeeffannoowwan sobaa saaxiluun itti gaafatamummaa isaanii ba’achuu qabu Yonatan Birhanu Jul 20, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 13, 2018(FMC) - Miidiyaaleen odeeffannoowwan sobaa saaxiluun ittigaafatamummaa isaanii ba'achuu qabu jedhan hayyuun saayinsii siyaasaa Dooktar Geetiyyee Tirfee.…
Oduu biyya keessaa Karra Uumamaa Itiyoophiyaa Asab… Sifen Megersa Jul 20, 2026 0 Asab Itiyoophiyaaf qubsama teessuma lafaa, daangaa uumamaa fi afuura jiraachuu isheeti. Haala uumama lafaa Itiyoophiyaa gadi fageenyaan yoo ilaallu, bishaan gaarreen Itiyoophiyaa irraa…
Oduu biyya keessaa Caffee cimaan ijaarsa cimaa ta’ee tajaajila – Aadde Sa’aadaa Abdurahimaan Sifen Megersa Jul 20, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 13, 2018 (FMC) – Caffee cimaan bu’uura ijaarsa cimaa ta’ee tajaajila jedhen Af Yaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurahimaan. Aadde Sa'aadaa Abdurahmaan…
Oduu biyya keessaa Ulaa galaanaa Itiyoophiyaa badhaadhina waloo Gaanfa Afrikaaf… Ayana Dheressa Jul 20, 2026 0 Gaanfi Afrikaa addunyaa keenyarraa sararoota daldalaa tarsiimawaa ta’an keessaa tokko ta’us tasgabbii dhabuun naannawichaa dandeettii isaa guutummaatti akka hin fayyadamneef gufuu ta’eera.…
Oduu biyya keessaa Hojmaanni Mana Murtii Aadaa mana Murtii idileef fakkeenya – Obbo Gazaalii Abbaa Simal Sifen Megersa Jul 20, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 13, 2018 (FMC) – Caffeen Oromiyaa yaa'ii idilee 11ffaa waggaa 5ffaa Bara Hojii Caffee 6ffaa oolmaa guyyaa 2ffaa itti fufuun gaggeessaa jira. Pireezidaantiin Mana…