Oduu biyya keessaa Caffeen Oromiyaa Yaa’ii idilee isaa boru gaggeessa Ayana Dheressa Jul 18, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 11, 2018 (FMC)- Caffeen Oromiyaa Yaa'ii idilee 11ffaa Bara Hojii Caffee 6ffaa Waggaa 5ffaa Adoolessa 12 fi 13, 2018 Galma Caffeetti ni gaggeessa. Afyaa'iin Caffee…
Oduu biyya keessaa Komishinichi invastimantii Doolaara miiliyoona 750 ol hawwate Ayana Dheressa Jul 18, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 11, 2018(FMC)- Komishiniin Misooma Paarkiiwwanii Itiyoophiyaa bara baajataa 2018’tti invastimantii Doolaara miiliyoona 700 fi miiliyoona 50 ol hawwateera.…
Oduu biyya keessaa Gareen seeraan alaa ABUT uummata Tigraayiin misoomarraa duubatti hambise- Obbo Geetaachoo Raddaa Ayana Dheressa Jul 18, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 11, 2018(FMC)- Gareen seeraan alaa ABUT uummata Tigraayiin misoomarraa duubatti hambiseera jedhan Pireezidaantiin Paartii Diimookiraatawaa Simrat Tigraay obbo Geetaachoo…
Oduu biyya keessaa Kitaabilee naannawaa baadiyyaatti manneen barnootaa ammayyaa ijaaruuf oolan… Ayana Dheressa Jul 18, 2026 0 Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad kitaabilee Ida’amuu, Daandii Ida’amuu, Dhaloota Ida’amuufi Mootummaa Ida’amuu jedhaman barreessuun dubbisaaf qaqqabsiisaniiru. Galii gurgurtaa…
Oduu biyya keessaa Gareen seeraan alaa ABUT humnoota shororkeessitootaa waliin ta’uun naannawicha jeequuf hojjechaa… Ayana Dheressa Jul 18, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 11, 2018(FMC)- Gareen seeraan alaa ABUT humnoota shororkeessitootaa waliin ta’uun naannawicha jeequuf hojjechaa jira jedhe Manni Maree Nageenyaafi Jijjiiramaa Tigraay.…
Oduu biyya keessaa Shakkamtoonni karaa seeraan alaa namoota daddabarsaa turan to’ataman Sifen Megersa Jul 17, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 10, 2018 (FMC) – Poolisiin Federaalaa Itiyoophiyaa Poolisii Dubaay waliin ta’uun Shakkamtoonni karaa seeraan alaa namoota daddabarsaa turan to’ataman jedhe.…
Oduu biyya keessaa Hiriira nagaa boru Finfinneetti gaggeeffaman hordofee daandiwwan cufaman ifooman Sifen Megersa Jul 17, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 10, 2018 (FMC) – Hiriira nagaa boru Finfinneetti gaggeeffaman hordofee daandiwwan tajaajila geejjibaaf cufaman ifoomaniiru. Gaaga’ama naannoo Tigraayitti…
Oduu biyya keessaa Waa’ee Maree biyyaalessaa miidiyaaleen Idil Addunyaa maal jedhan? Sifen Megersa Jul 17, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 10, 2018 (FMC) –Yaa’iin Maree Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Adoolessa 8, 2018 Giddugala Konveenshinii Idil Addunyaa Addisitti eegaleera. Hirmaattoonni kutaalee hawaasaa…
Oduu biyya keessaa Dhimma Birmadummaa… Sifen Megersa Jul 17, 2026 0 Seenaan Itiyoophiyaafi Galaanni Diimaa adda bahuu kan hin dandeenye seenaa dhimma jiraachuufi jiraachuu dhabuuti. Gaaffiin abbummaa ulaa galaanaa dhimma birmadummaa fi dhalootaa akkasumas…
Oduu biyya keessaa Rakkoolee hawaasa mudatan furuuf Buusaa Gonofaan hojiilee jalqabe cimsuu qaba – Obbo Awwaluu… Sifen Megersa Jul 17, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 10, 2018 (FMC) – Rakkoolee hawaasa mudatan furuuf Buusaa Gonofaan hojiilee jalqabe cimsuu qaba jedhan Ittaanaan Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Awwaluu…