Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Makoonnan Booris Joonsan waliin mari’atan Wabi Fufa Jan 21, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2012 (FBC) – Itti aanaan muummee ministiraa FDRI obbo Dammaqaa Makoonnan muummee ministira Biriitaaniyaa Booris Joonsan waliin mari’atan. Itti aanaan…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarqii fi mm Dr Abiy boqachuu Sulxaana duraanii Oomaanin gadda itti… Obse Wakgari Jan 20, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2012 (FBC) – Preezdaant Saahilawarq Zawdee fi muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad boqachuu Sulxaana duraanii Oomaanin gadda itti dhaga'ame ibsan. …
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan ministira Tumsa Misoomaa Idil Addunyaa Briitaaniyaa waliin mari’atan Obse Wakgari Jan 20, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2012 (FBC) – Itti aanaan muummee ministiraa FDRI obbo Dammaqaa Makoonnan ministira Tumsa Misoomaa Idil Addunyaa Briitaaniyaa Aalook Shaarmaa, akkasumas hoggansa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Emmireetonni Arabaa Gamtooman hariiroo isaanii cimsuuf waliigalan Obse Wakgari Jan 20, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2012 (FBC) – Ministirri Ministeera Nageenyaa aadde Mufariyaat Kaamiil itti aanaa muummee ministiraa fi ministira Ministeera Biyya Keessaa Emmireetota Arabaa…
Ispoortii Atleetonni Ityoophiyaa dorgommii idil addunyaa Sanbataa fi Dilbata gaggeeffameen qabxii boonsaa… Wabi Fufa Jan 20, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2012 (FBC) - Atleetonni Ityoophiyaa dorgommii idil addunyaa Sanbataa fi Dilbata gaggeeffameen qabxii boonsaa galmeessisaniiru. Waldorgommii maraatoonii Muumbaay…
Oduu biyya keessaa Sudaanii fi Ityoophiyaan tumsa damee nageenyaa fi raayyaa ittisaarratti waliin hojjechuuf waliigalan Obse Wakgari Jan 20, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2012 (FBC) –Sudaanii fi Ityoophiyaan tumsa damee nageenyaa fi raayyaa ittisaarratti waliin hojjechuuf waliigalan. Sudaanitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa…
Idil Addunyaa Ayyaanni Cuuphaa hordoftoota amantaa Ortodooksii biyyoota addaddaatin kabajame Obse Wakgari Jan 20, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2012 (FBC) – Ayyaanni Cuuphaa hordoftoota amantaa Ortodooksii biyyoota addaddaatin kabajame. Ayyaanichi Ityoophiyaa dabalatee, Eertiraa, Ruusiyaa, Boosiiniyaa,…
Balballoommii fi yaada Hoggansa raayyaa ittisaa muudama argatan Obse Wakgari Jan 20, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2012 (FBC) – Hoggansa Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI 65 Amajjii 9,2011 muudama argatan. Meejar janaraalarraa gara leetanaal janaraalatti kan guddatan 1.…
Oduu biyya keessaa Hambaalee kunuunsuun eeggachuun barbaachisaadha -preezdaant Saahilawarq Wabi Fufa Jan 20, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2012 (FBC) – Ayyaana Cuuphaa galmee hambaa kiliyaa addunyaarratti galmaa'e kunuunsuun caalmaan beeksisuun murteessadha jedhan preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen.…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan yaa’ii invastimantii Briitaaniyaa-Afrikaarratti hirmaatan Obse Wakgari Jan 20, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2012 (FBC) - Itti aanaan muummee ministiraa obbo Dammaqaa Makoonnan yaa'ii invastimantii Briitaaniyaa - Afrikaarratti hirmaatan. Itti aanaan muummee…