Itiyoophiyaan Keeniyaaf guyyaatti humna elektirikaa meegaa waattii 265 dhiyeessaa jirti
Finfinnee, Bitootessa 13, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaafi Keeniyaan bu’uura waliigaltee gurgurtaa humna elektirikaa waliif mallatteessaniin Itiyoophiyaan guyyaatti humna elektirikaa meegaa…