Ispoortii Tootenhaam Shaampiyoonaa Liigii Awurooppaa ta’e Sifen Megersa May 22, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 13, 2017 (FMC) - Tootenhaam Maanchiister Yuunaayitiid injifachuun Shaampiyoonaa Liigii Awurooppaa bara kanaa ta'eera. Tapha xumuraa Liigii Awurooppaa halkan kana…
Oduu biyya keessaa Koreen filtuu hoggantoota Boordii Filannoo gabaasa isaa Dooktar Abiy Ahimadiif dhiyeesse Ayana Dheressa May 21, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 13, 2017(FMC) – Koreen filtuu hoggantoota Boordii Filannoo guyyaa har’aa gabaasa isaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadiif dhiyeessuu Waajjirri Ministira Muummee…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministirootaa Dhimmoota garaagaraarratti murtoo dabarse Ayana Dheressa May 21, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 13, 2017(FMC) – Manni Maree Ministirootaa walga’ii idilee 45ffaa har’a taa’een dhimmoota garaagaraarratti murtoo dabarse. Jalqabarratti manni marichaa wixinee labsii…
Idil Addunyaa Baankiin Misoomaa Afrikaafi Korporeeshiniin Invastimantii Jarman damee dhuunfaa cimsuuf tumsaan… Ayana Dheressa May 21, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 13, 2017(FMC)- Baankiin Misoomaa Afrikaafi Korporeeshiniin Invastimantii Jarman damee dhuunfaa cimsuuf tumsaan akka hojjetan ibsan. Hoggantoonni dhaabbilee lameenii…
Oduu biyya keessaa Wabii midhaan nyaataa mirkaneessuuf Biraazil fakkeenya gaariidha- Obbo Tamasgeen Xurunaa Ayana Dheressa May 21, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 13, 2017(FMC)- Tattaaffii Itiyoophiyaan wabii midhaan nyaataa mirkaneessuuf taasistuuf milkaa’inni Biraazil damee qonnaan galmeessiste fakkeenya gaarii ta’uu Ministirri…
Oduu biyya keessaa Korichi kaadhimatoota ifoomse Ayana Dheressa May 21, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 13, 2017(FMC)-Koreen Kaadhimamtoota Hoggansa Boordii Filannoo Biyyaalessaa kaadhimatoota filaman ifoomse. Walitti Qabaan Korichaa Lubni Taagaay Taaddalaan, hojiin…
Biiznasii Naannichatti damee Tuurizimiirraa galiin Birrii miiliyoona 100 argamuun ibsame Tsehay Guluma May 21, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 13, 2017 (FMC) –Naannoo Hararitti baatiwwan saglan darban tursitoota biyya keessaa fi alaarraa galiin Birrii miiliyoona 100 argamuu Biiroon Aadaa fi Tuurzimii naannichaa…
Oduu biyya keessaa Hojiileen sirna geejjiba saffisiisan cimanii itti fufaniiru- Aadde Adaanech Abeebee Ayana Dheressa May 21, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 13, 2017(FMC)- Magaalaa Finfinneetti hojiileen sirna geejjibaa si’ataa uuman cimanii itti fufuu Kantiibaan magaalichaa aadde Adaanech Abeebeen ibsan. Aadde Adaanech…
Oduu biyya keessaa Shawaa Kaabaatti biqiltuuwwan miiliyoonni 200 fi miiliyoonni 96 dhaabbiif qophaa’uun ibsame Yonatan Birhanu May 21, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 13, 2017 (FMC) - Shawaa Kaabaatti sagantaa Ashaaraa magariisaa bara kanaaf hanga ammaatti biqiltuuwwan miiliyoonni 200 fi miiliyoonni 96 qophaa'uu Waajjirri Qonnaa…
Ispoortii Maanchiister Siitii 3 – 1n Boornimaawuuz Sifen Megersa May 21, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 12, 2017 (FMC) - Tapha qixxeessituu Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 37ffaa halkan kana taphatameen Maanchiister Siitiin Boornimaawuuz injifachuun sadarkaa isaa gara…