Soomni kan cubbuu itti injifannu ta’uu qaba–Abunee Maatiyaas
Finfinnee, Guraandhala 16, 2017 (FMC) – Paatiriiyaarikiin Mana Amantaa Ortodoksii Waloomaa Eebbifamoo Abunee Maatiyaas Sooma Guddaa Ayyaana Du’aa Ka’uu Iyyesuus Kiristoos sababeeffachuun…