Hoggantoonni Olaanoo Paartii Badhaadhinaa Hidha Haaromsaa daawwatan
Finfinnee, Sadaasa 9, 2017 (FBC)- Hoggantoonni Olaanoo Paartii Badhaadhinaa waajjiraalee damee naannolee fi bulchiinsa magaalotaa Hidhaa Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa daawwataniiru.…