Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyeen Giiftii Dachas Eedanbiraa waliin mari’atan Tsehay Guluma Oct 15, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2017 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Giiftii Dachas Eedanbiraa Soofii Heelan Joonsan waliin mari’ataniiru. Dhimmoota…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyeen Komishinara Tumsa Idil Addunyaa Gamtaa Awurooppaa waliin mari’atan Tsehay Guluma Oct 15, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2017 (FBC) –Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Komishinara Tumsa Idil Addunyaa Gamtaa Awurooppaa Juutaa Urpiilaayinaa waliin Finfinneetti…
Oduu biyya keessaa Qabiinsa raga qabiyyee lafaa ammayyeessuun rakkoolee bulchiinsa gaarii furuuf qooda olaanaa… Sifen Megersa Oct 15, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2017 (FBC) – Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee fi Ministirri Ministira Magaalaa fi Bu’uraalee misoomaa Aadde Caaltuu Saaniin hojii Riiformii fi…
Biiznasii Baankichi Baatii 1 keessatti daddabarsa maallaqaa Birrii biiliyoona 828 raawwachuu beeksiise Sifen Megersa Oct 15, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2017 (FBC) – Baankiin Daldala Itiyoophiyaa jijjiirraa bara haaraa as filannoowwan kaffaltii Diijitaalaan daddabarsa maallaqaa Birrii biiliyoona 828 olii raawwachuu…
Oduu biyya keessaa Rakkoon Sodaa Nageenyaa Afrikaa mudate furmaata barbaada – Obbo Tamasgeen Xirunaa Sifen Megersa Oct 15, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2017 (FBC) – Rakkoon Sodaa Nageenyaa yeroo ammaa Afrikaa mudate mariirra darbee dhimma furmaata waaraa barbaadu ta’uu Ministirri Muummee Itti Aanaa FDRI Obbo…
Oduu biyya keessaa Barri Qonnaa 2016/17 bara milkaa’insi Qonnaa Olaanaan itti argameedha – Obbo Geetuu… Tsehay Guluma Oct 15, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2017 (FBC) – Biiroon Qonnaa Oromiyaa sochii hojii qonnaa bara 2016/17 ilaalchisee miidiyaaleef ibsa kenneera. Barri Qonnaa 2016/17 Bara Milkaa'insi Qonnaa…
Ispoortii Gareen Biyyaalessa Itiyoophiyaa har’a gita isaa Giinii waliin tapha deebii ni taphata Tsehay Guluma Oct 15, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2017 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa har’a gita isaa Giinii waliin tapha deebii gulaallii Waancaa Afrikaa marsaa 4ffaa ni tapahata.…
Oduu biyya keessaa Naannoo Harariitti barattoota qabxii Olaanaa galmeessaniif badhaasni kenname Tsehay Guluma Oct 15, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2017 (FBC) – Mootummaan Naannoo Hararii barattoota qabxii olaanaa galmeessaniif badhaasa kenneera. Saganticharratti Pireezidaantiin naannichaa Obbo Ordiin…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaatti Qonni Magaalaa cimee itti fufuu ibsame Sifen Megersa Oct 15, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2017 (FBC) – Itiyoophiyaatti Qonni Magaalaa bal’inan hojjetamaa jiraachuu Waajjirri Ministira Muummee FDRI beeksiise. Magaalaa Finfinneetti qonni magaalaa oddoo…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleesichaa balallii gara Poort Sudaanitti taasisu eegale Tsehay Guluma Oct 15, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2017 (FBC) – Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa har'arraa eegalee magaalaa Buufata Sudaan kan taatee gara Poorti Sudaanitti balallii eegaleera. Poorti Sudaan akka…