Browsing Category
Biiznasii
Baatiwwan jahan darban Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii Biiliyoonni 3.5 ol to’atamuun ibsame
Finfinnee, Amajjii 18, 2017(FMC) -Poolisiin Federaalaa baatiwwan jahan darban Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii Biiliyoona 3 fi miiliyoona 500tti tilmaamaman to’atamuu ibse.…
Naannawaan Daldala Walabaa Dirre Dhawaa imala badhaadhinaa akka tumsuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa…
Finfinnee, Amajjii 17, 2017(FMC) - Naannawaan Daldala Walabaa Dirre Dhawaa imala badhaadhinaa biyyattiif keessatti gumaacha irraa eegamu akka ba'uuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Hojii…
Zoonii Diinagdee Addaa Dirre Dhawaa keessatti dhaabbileen akka hojjetan filataman 7 bakka hojii…
Finfinnee, Amajjii17, 2017(FMC) - Zoonii Diinagdee Addaa Dirre Dhawaa keessatti dhaabbileen akka hojjetan filataman 7 bakka hojii fudhachuu isaanii Ministirri Ministeera Daldalaa fi Walitti…
Oromiyaatti Baatiwwan jahan darban galiin Birrii biiliyoonni 94 ol walitti qabame
Finfinnee, Amajjii 15, 2017 (FMC) - Naannoo Oromiyaatti baatiwwan jahan darban galiin Birrii biiliyoonni 94 ol walitti qabamuu Biiroon Galiiwwanii naannichaa ibse.
Bara baajata 2017 galii…
Dhaabbanni Oomisha konkolaataa Viippar jedhamu Itiyoophiyaa keessatti bobba’uu akka barbaadu…
Finfinnee, Amajjii 16, 2017 (FMC) – Hinditti Dhaabbanni Oomisha Konkolaataa Viippar jedhamu Ityoophiyaatti bobba’uu akka barbaadu beeksiseera.
Ministir Deetaan Ministeera Indaastirii Obbo…
Sharafni Alaa Doolaarri miiiliyoonni 300 fi miiyoonni 69 ol Indaasitiriiwaniif dhiyaachuun ibsame
Finfinnee, Amajjii 15,2017 (FMC) – Baatiwaan Jahan darabn Indaastiriiwwan Oomishaaf sharafni alaa Doolaarri miiliyoonni 300 fi miiliyoonani 69 ol dhiyaachuu Ministirri Ministeera Indaastirii…
Oomisha Warqee Alatti ergamerraa galiin Doolaarri biiliyoonni 1.5 argame
Finfinnee, Amajjii 14, 2017 (FMC) - Baatiwwan jahan darban Oomisha Warqee gabaa Alaaf ergamanirraa galiin Doolaarri biiliyoonni 1.5 argamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa…
Hidha Haaromsaa Guddicharraa oomishni Qurxummii Tooniin kuma 1 fi 900 ol argame.
Finfinnee, Amajjii 14, 2017 (FMC) – Hara namtolchee Hidha Haaromsaa Guddicha Itiyoophiyaarrraa Oomishni Qurxummii tooniin Kuma 1 fi 950’n argamuu Biiroon Qonnaa Naannoo Beenishaangul Gumuz…
Oromiyaatti Dargaggoota Carraa Hojii uumuuf Birriin biiliyoonni 2.8 ol kennamuun ibsame
Finfinnee, Amajjii 13, 2017 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti baatiwwan jahan darban Dargaggootaaf carraa hojii uumuuf Birriin biiliyoonni 2.8 kennamuu Biiroon Carraa Hojii Uumuu Naannichaa ibse.…
Daldala Alergeerraa Doolarrii biiliyoonni 3.2 ol argamuun ibsame
Finfinnee, Amajjii 12, 2017 (FMC)-Baatiwwan jahan darban daldala Alergeerraa galiin Doolaara biiliyoona 3.28 argamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa ibse.…