Browsing Category
Biiznasii
Oomishaalee Doolaara biiliyoona 4 olitti tilmaaman kan biyya keessaan bakka buusuun danda’ame
Finfinnee, Bitootessa 18, 2018(FMC) – Bara baajataa kana baatiwwan saddeettan darban keessa oomishaalee Doolaara biiliyoona 4 olitti tilmaaman kan biyya keessaan bakka buusuun danda’ame…
Taltallee lafa Irraa fi jalaan albuudaa…
Finfinnee, Bitootessa 17, 2018(FMC) – Godina Shawaa Kaabaatti Aanaan Dabra Libaanos aanaa misooma jallisiin addatti beekamtuudha.
Qonnaan Bultoonni aanichaa addatti Kaarootii, Qullubii…
Tajaajila liqaa diijitaalaa qonnaan bultootaaf kennamu cimsuuf…
Finfinnee, Bitootessa 15, 2018 (FMC) – Ministeerri Qonnaafi Baankiin Awaash hammattoo tajaajila liqaa diijitaalaa qonnaan bultootaaf kennamu irratti waliin hojjechuuf mallatteessan.…
Naannichatti buufataalee boba’aa seeraan alaa gurguran irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Bitootessa 15, 2018 (FMC) – Naannoo Harariitti buufataalee boba’aa seeraan alaa gurguraa turan irratti tarkaanfiin fudhatameera.
Naannichatti buufataalee boba’aa lama taariifa…
Namootni 600 caalan karaa seeraan alaa Boba’aa daddabarsan to’ataman – Ministeericha
Finfinnee, Bitootessa 12, 2018 (FMC) – Namootni 600 caalan karaa seeraan alaa Boba’aa daddabarsan to’ataman jedhe Ministeerri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawwaa.
Yakkoota…
Inisheetiiviiwwan qonna magaalaa kutaa Magaalaa Sulultaatti…
Finfinnee, Bitootessa 9, 2018(FMC) – Kutaa Magaalaa Sulultaatti Inisheetiiviiwwan Horsiisa loon Aannanii, Lukkuu fi Fordisa Looniin milkaa’inni gaariin argamaa jira.
Kutaa magaalichatti…
Baankiin Biyyaalessaa Itiyoophiyaa badhaasa kaffaltii Baankii Giddugaleessaa fi ijaarsa…
Finfinnee, Bitootessa 8, 2018(FMC) - Baankiin Biyyaalessaa Itiyoophiyaa badhaasa kaffaltii Baankii Giddugaleessaa fi ijaarsa bu'uuraalee misooma gabaa 'Central Banking' qopheessu…
Dameen Faayinaansii fayya qabeessa, tasgabbaa’aa fi nageenyi isaa eegamee socho’aa jira…
Finfinnee, Guraandhala 8, 2018(FMC) - Dameen faayinaansii Itiyoophiyaa fayya qabeessa, tasgabbaa'aa fi nageenyi isaa kan eegame ta'ee itti fufaa jiraachuun gamaaggamameera jedhe Baankiin…
Ministeerichi dhaabbilee sadiif eeyyama oomisha Albuudaa kenne
Finfinnee, Bitootessa 4, 2018 (FMC) – Ministeerri Albuudaa dhaabbilee sadiif eeyyama hojii oomisha Albuudaa kenne.
Dhaabbilee oomisha Pootaashii, Sibiilaa fi Warqeerratti hojjetaniif…
Qaamoleen boba’aa tilmaama gatii kaa’ameen ol gurguran to’atamaa jiru- obbo Ahimad Shidee
Finfinnee, Bitootessa 2, 2018 (FMC) – Qaamoleen boba’aa tilmaama gatii kaa’ameen ol gurguran to’atamaa jiru jedhan Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shideen.
Obbo Ahimad Shideen…