Browsing Category
Biiznasii
Ministeerri Geejiibaa fi Loojistiksii baasii loojistiksii hir’isuuf hojii hojjeteen birrii…
Caamsaa 18, 2014 (FBC) – Baatiiwwan 10’n darbanitti, baasii loojistiksii hir’isuuf hojiilee hojjetamaniin baasii birrii biiliyoona 2.5 hambisuun danda’amuu Minitirri Ministeerri Geejibaafi…
Qaamoleen gochaa seeraan alaa faayidaa biyyaalessaa balaarra buusanirraa of qusachuu qabu jedhame
Finfinnee, Caamsaa 16, 2014 (FBC) –Fayyadamummaa hawaasaa fi biyyaa bifa faallessuun qaamoleen faayidaa dhuunfaa isaanii mirkaneessuuf tattaafatan gochaa isaaniirraa akka of qusatan…
Godina Jimmaatti mata duree “sosochii waldalee qaala’iinsa jireenyaa hirrisuuf”…
Finfinnee, Caamsaa 15, 2014 (FBC) – Godina Jimmaatti Qaala’iinsa jireenyaa tasgabbeessuuf qaamolee hawaasaa garagara waliin mari’atameera.
Marichi mata duree "sosochii waldalee…
Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 116tti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Caamsaa 13, 2014 (FBC) – Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 16tti tilmaamamu to’atamuu Komishiniin Gumurukaa beeksiise.
Torbee darbe…
Ejansiin Damee Misooma Faayinaansii Ityoophiyaa ifatti hojii eegale
Finfinnee, Caamsaa 11, 2014 (FBC) – Ejansiin Damee Misooma Faayinaansii Ityoophiyaa ifatti hojii eegaluu beeksiise.
Guddina Damee Faayinaansii qaqqabamaa, hammataa fi itti…
Baatiwwan kurnan darban galiin Birrii biiliyoonni 282.5 walitti qabame
Finfinnee, Caamsaa 11, 2014 (FBC) – Baatiwwan kurnan darban galiin Birrii biiliyoonni 282.5 walitti qabamuu Ministeerri Galiiwwanii beeksise.
Manni Maree Bakka Bu’oota…
Qaala’insa gatii tasgabbeessuuf taaksiin shaqaxaaleerraa walitti qabamuuf ture Birriin biiliyoonni…
Finfinnee, Caamsaa 10, 2014 (FBC)- Qaala’insa gatii tasgabbeessuuf taaksiin shaqaxaaleerraa walitti qabamuuf ture Birriin biiliyoonni 30 akka hafu taasifamuu Ministeerri Maallaqaa…
Baatiwwan 10 darban oomisha biyya keessatti oomishamanirraa galiin Doolaarri miiliyoonni 418 argame
Finfinnee, Caamsaa 10, 2014 (FBC) – Baatiwwan 10 darban oomisha biyya keessatti oomishamanirraa galiin Doolaarri miiliyoonni dhibbi 4 fi miiliyoonni 18 argamuu Ministeerri…
Baatiwwan kurnan darbanitti damee gogaa fi bu’aawwan gogaarraa galiin doolaarri miiliyoona 33.14…
Finfinnee, Caamsaa 9, 2014 (FBC) – Baatiwwan kurnan darbanitti damee gogaa fi bu’aawwan gogaarraa galiin doolaarri Ameerikaa miiliyoona 33.14 argamuu ibsameera.
Daayreektarri…
Baankiin Awaash Proojektii qalaqa jajjabeessu ifoomse
Finfinnee, Caamsaa 8, 2014 (FBC) - Baankiin Awaash Proojektii Kalaqa Hojii jajjabeessu ifoomsee beeksiise.
Baankiin Awaash Proojektii kalaqa hojii jajjabeessu kan sadarkaa…