Browsing Category
Biiznasii
Koreen qaala’iinsa gatii ayyaanaan walqabatee uumamu to’atu hundaa’e
Finfinnee, Hagayya 17, 2014 (FBC)- Koreen qaala’iinsa gatii ayyaanaan walqabatee uumamu to’atu hundaa’uu ibsame.
Ayyaanota dhufan irratti bittaa gurgurtaafi raabsaa meeshaalee…
Naannichatti Koreen qajeelfama Simmintoo hojiirra oolchu hundaa’e
Finfinnee, Hagayya 16, 2014 (FBC) – Naannoo Harariitti Koreen qajeelfama gabaa gurgurtaa Simmintoo fi hojmaata isaa hojiirra oolchu hundaa'eera.
Naannichatti hojii karaa qindaa'een…
Birrii biiliyoona 50.4 biyyi dhabuuf turte baraarameera-Koomishinicha
Finfinnee, Hagayya 16, 2014 (FBC) – Bara 2014 Birrii Biiliyoonaa 50.4 biyyi dhabuuf turte baraaruun danda’amuu Komishiniin Gumurukaa beeksise.
Komishinichi gamaaggama raawwii karoora bara…
Torbee darbe meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 76tti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Hagayya 15, 2014 (FBC) –Torbee darbe meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 76.3tti tilmaamamu to'atamuu Komishiniin Gumurukaa beeksiseera.
Hagayya 6-12,2014tti…
Warshaalee sukkaara 8 caalbaasiif dhiyaatan
Finfinnee, Hagayya 13, 2014 (FBC) – Invastaroonni damee oomisha sukkaarratti bobba’uu barbaadan fedhii isaanii dhiyeessuun akka hirmaatan Mootummaan Ityoophiyaa waamicha dhiyeesse.…
Dhaabbileen kaappitala miiliyoona 430 galmeessan 3 waliigaltee mallatteessan
Finfinnee, Hagayya 13, 2014 (FBC) – Dhaabbileen biyyaa keessaa Kaappitaala Birrii Miiliyoonaa 430 galmeessan paarkiiwwan indaastirii keessattii dameewwan garaagaraarratti bobba’uuf…
Gurgurtaa Humna Elektirikaarraa galiin Birriin biiliyoonni 21 argame
Finfinnee, Hagayya 12, 2014 (FBC) – Tajaajilli Elektirikaa Ityoophiyaa bara baajataa xumurame gurgurtaa humnaarraa galii Birrii biiliyoona 21 ol walitti qabuu beeksiseera.…
Maallaqni seeraan ala daddabarfamaa ture miiliyoonni 6.7 to’atame
Finfinnee, Hagayya 7, 2014 (FBC) –Naannoo Afaaritti Maallaqni seeraan ala daddabarfamaa ture miiliyoonni 6.7 to'atamuu Poolilisiin Magaalaa Samaraa Loogiyaa beeksiise.
Maallaqichi karaa…
Dhiyeessii fi Raabsa shaqaxaalee bu’uuraa fooyyeessuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Hagayya 6, 2014 (FBC) – Ayyaanoota bara haaraaf dhiyeessii fi raabsa shaqaxaalee bu'uuraa fooyyeessuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti…
Baatii Adoolessaatti Birrii biiliyoonni 28.7 walitti qabame
Finfinnee Hagayya 6, 2014(FBC)- jalqaba bara baajataa 2015 baatii Adoolessaatti Birrii biiliyoonni 28.7 walitti qabamuu Ministeerri Galiiwwanii ibse.
Ministeerichi baatichatti Birrii…