Browsing Category
Biiznasii
Qonnaan Bultoonni kumni 1 fi 500 Buna gabaa alaatti erguuf eeyyama daldalaa argatan
Finfinnee, Caamsaa 8, 2014 (FBC) – Qonnaan Bultoonni kumni 1 fi 500 Buna gabaa alaatti erguuf eeyyama daldalaa argachuu ibsameera.
Cancala daldala bunaa gabaabsuu fi…
Gabaan Dilbataa jiraattoota magaalichaa deeggaruurratti ga’ee olaanaa gumaachaa jira jedhame
Finfinnee, Caamsaa 7, 2014 (FBC) – Gabaan Dilbataa jiraattoota magaalichaa deeggaruurratti ga'ee olaanaa gumaachaa jiraachuu ibsameera.
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee qaala'iinsa jireenyaa…
Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 131 olitti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Caamsaa 6, 2014 (FBC) – Torbee darbe keessa meeshaaleen kontiroobaandii karaa seeraan alaa gara biyya keessaa galuu fi alatti ba'uuf ture Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona…
Naannichi baatiiwwan 10 darbanitti Warqee kiiloo giraama kuma 1 fi 151 Baankii Biyyaalessaatti galii…
Finfinnee, Caamsaa 5, 2014 (FBC) – Naannoon Gaambeellaa baatiiwwan 10 darbanitti Warqee kiiloo giraama kuma 1 fi 151 Baankii Biyyaalessaatti galii taasisuu Ejensiin Misooma Albuudaa fi…
Baatii Eebilaa galiin Birrii biiliyoonni 33.9 walitti qabame
Finfinnee, Caamsaa 4, 2014 (FBC) – Ministeerri Galiiwwanii baatii Eebilaa galii Birrii biiliyoonni 33.9 walitti qabuu beeksiseera.
Ministirri Ministeera Galiiwwanii obbo Laaqaa Ayyaaleew…
Bunni Ityoophiyaa seenaa keessatti yeroo jalqabaatiif sharafa alaa doolaara biiliyoona 1 argamsiise
Finfinnee, Caamsaa 4, 2014 (FBC) – Bunni Ityoophiyaa seenaa keessatti yeroo jalqabaatiif sharafa alaa doolaara Ameerikaa biiliyoona 1 argamsiiseera.
Ministirri Ministeera Qonnaa Obbo…
Doolaarri Ameerikaa seeran ala daddabarfamaa ture kumni 35 ol to’atame
Finfinnee, Caamsaa 3, 2014 (FBC) – Doolaarri Ameerikaa seeran ala daddabarfamaa ture kumni 35 ol sakattoo Baabura keessatti taasifameen to’atamuu Poolisiin Magaalaa Finfinnee beeksise.…
Landanitti agarsiisa bunaa qopheessuuf mariin gaggeeffame
Finfinnee, Caamsaa 3, 2014 (FBC) – Landanitti agarsiisa bunaa qopheessuuf mariin gaggeeffamuu ibsameera.
Marichaan haala buna Ityoophiyaa akaa’uunii fi tumuun gabaa Ingiliziif…
Invastimantii alaatiin doolaara Ameerikaa Biiliyoona 2.43 galmeessuun danda’ame-Komishinii…
Finfinnee, Caamsaa 2, 2014 (FBC) – Invastimantii alaatiin doolaara Ameerikaa Biiliyoona 2.43 galmeessuun danda’amuu Komishiniin Invastimantii beeksiseera.
Komishinarri Komishinii…
Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 9.8 olitti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Eebila 28, 2014 (FBC) – Godina Shawaa Bahaa magaalaa Mataaraatti uffataalee fi Sigaaraan Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 9.8 olitti tilmaamamu to’atamuu Poolisiin…