Browsing Category
Biiznasii
Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa damee haaraa hojjettoota dubartootaa qofaan tajaajilu Jimmaatti…
Finfinnee, Caamsaa 27, 2014 (FBC) – Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa damee haaraa hojjeettoota dubartoota qofaan tajaajilli itti kennamu Magaalaa Jimmaatti eegalchiise.
Qulqullina…
Hooteela Kennaa abbaa urjii afurii Birrii miiliyoona 450 ijaarame eebbifame
Finfinnee, Caamsaa 27, 2014 (FBC) – Hooteela Kennaa abbaa urjii afurii Birrii miiliyoona dhibba 400 fi miiliyoona 50’n Finfinneetti ijaarame eebbifameera.
Hoteelli abbaa qabeenyaa Obbo…
Ityoophiyaa fi Israa’el damee daldalaa fi invastimantiin waliin hojjechuuf waliigaltee waliif…
Finfinnee, Caamsaa 26, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa fi Israa’el damee daldalaa fi invastimantiin waliin hojjechuuf waliigaltee waliif mallatteessuu ibsameera.
Damee daldalaa fi invastimantii…
Baankotatti hammi Qusannoo Herreega Maamiltootaa Birrii Tiriiliiyoona 1.6 ga’uu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 25, 2014 (FBC) – Baankotatti hammi Qusannoo Herreega Maamiltootaa Birrii Tiriiliiyoona 1.6 ga’uu Baankiin Biyyaalessa Ityoophiyaa beeksiise.…
Naannichatti baatiwwan 10 darbanitti albuudarraa galiin Doolaarri miiliyoonni 275 argame
Finfinnee, Caamsaa 25, 2014 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti baatiwwan 10 darbanitti albuuda Kiiloo giraama kuma 4 irraa galiin Doolaarri miiliyoonni dhibbi 2 fi miiliyoonni 75 argamuu ibsame.…
Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 129 olitti tilmaamaman to’ataman
Finfinnee, Caamsaa 24, 2014 (FBC) – Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 29 fi kuma dhibba 1 fi kuma 52 olitti tilmaamaman to’atamuu Komishiniin Gumuruukaa…
Gatiin gurgurtaa qinxaaboo boba’aa haaluma baatii Caamsaan itti fufa jedhame
Finfinnee, Caamsaa 22, 2014 (FBC) – Gatiin gurgurtaa qinxaaboo kan xiyyaaraatiin alatti, haaluma gatii baatii Caamsaatiin kan itti fufu ta’uu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsi…
Egzibiishinii fi baazaarii Magaalaa Finfinneetti gaggeeffaman irraa galiin Birrii miiliyoonni 27.9…
Finfinnee, Caamsaa 22, 2014 (FBC) Ejensiin Waldaalee Hojii Gamtaa Magaalaa Finfinnee guyyoottan darbanitti Egzibiishinii fi baazaarii akka magaalichaatti gaggeeffaman irraa galiin Birrii…
Baankotatti yakka burjaajessuutiin Birrii biiliyoonni 1.8 ol waliin dhahamuu eerame
Finfinnee, Caamsaa 22, 2014 (FBC) – Yakka burjaajii uumuu baankota Ityoophirratti xiyyeeffateen Birrii biiliyoonni 1 fi miliyoonni dhibba 896 waliin dhahamuu qorannoon Ministeera Haqaa…
Tajaajila damee baankii adeemsaan dorgommii idil-addunyaatiif banuun, baankonni dandeettii isaanii…
Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC) - Baankonni dandeettii isaanii akka cimsatan tajaajila baankii biyya keessaa suuta suutaan dorgommii idil-addunyaatiif banaa taasiisuuf hojjechuun…