Browsing Category
Biiznasii
Biirichi baatiiwwan 9 darbanitti galii Birrii biiliyoona 43 ol walitti qabuu beeksise
Finfinnee, Eebila 12, 2014 (FBC) – Biiroon Galiiwwanii magaalaa Finfinnee baatiwwan 9 darbanitti galii Birrii biiliyoona 43 fi miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 57 fi kuma 43 ol walitti…
Baatiwwan salgan darbanitti meeshaaleen kontiroobaandii Birrii biiliyoona 3.5 olitti tilmaamamu…
Finfinnee, Eebila 10, 2014 (FBC) – Baatiwwan salgan darbanitti meeshaaleen kontiroobaandii Birrii biiliyoona 3.5 olitti tilmaamamu to’atamuu Komishiniin Gumrukaa beeksiise.…
Naannoon Kibbaa abbootii qabeenyaa Kaappitaala Birrii biiliyoona 11 ol galmeessaniif eeyyama…
Finfinnee, Eebila 10, 2014 (FBC) – Naannoon Kibbaa abbootii qabeenyaa Kaappitaala Birrii Biiliyoona 11 ol galmeessaniif eeyyama Invastimantii kennuu Biiroon Invastimantii fi Indaastirii…
Baatiwwan salgan darbanitti daldalaa alaatin indaastiriiwwan oomishtootaarra galiin doolaarri…
Finfinnee, Eebila 9, 2014 (FBC) – Baatiwwan salgan darbanitti daldalaa alaatin indaastiriiwwan oomishtootaarra galiin doolaarri Ameerikaa miiliyoonni dhibbi 3 fi miiliyoonni 90 argamuu…
Naannoon Gaambeellaa Warqee Sharafa Alaa Doolaara miiliyoona 49.87 ol argamsiisu Baankii…
Finfinnee, Eebila 9, 2014 (FBC) –Naannoon Gaambeellaa Warqee Sharafa Alaa Doolaara miiliyoona 49.87 ol argamsiisu Baankii Biyyaalessaaf erguu Ejansiin Misooma Albuudaa fi Inarjii naannichaa…
Komishiniin Gumruukaa baatiiwwan 9 darbanitti galii Birrii biiliyoona 103 walitti qabuu ibsame
Finfinnee, Eebila 8, 2014 (FBC) – Komishiniin Gumruukaa baatiiwwan 9 darbanitti galii Birrii biiliyoona 103 walitti qabuu ibsameera.
Galichi kan bara darbeen wal bira qabamee yoo ilaalamu…
Dhaabbanni “Afrikaa Elektiroonik Treed Gruup” biiroo isaa Finfinneetti banuuf akka jedhu ibsame
Finfinnee, Eebila 8, 2014 (FBC) – Dhaabbanni “Afrikaa Elektiroonik Treed Gruup” jedhamu biiroo isaa Baha Afrikaa magaalaa Finfinneetti banuuf akka ta’e beeksise.
Dhaabbatichi fedhii…
Baankiin Awaash baankii filatamaa Ityoophiyaa ta’uun filatame
Finfinnee, Eebila 8, 2014 (FBC) – Baankiin Awaash baankii filatamaa Ityoophiyaa ta’uun filatameera.
Gloobaal Faaynaans yeroo 29ffaaf baankii filatamoo bara 2021 ifoomseera.
Haaluma…
Galchitoota gabaa Zayitaarratti dhiibbaa uumaan mootummaan to’achuu akka qabu daldaltoonni…
Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC) –Galchitoota gabaa Zayitaarratti dhiibbaa uumaa jiran mootummaan to'achuu akka qabu daldaltoonni Faanaa Broodkaastiing Korporeet waliin turtii taasiisan…
Baatiwwan salgan darbanitti Oomisha Bunaa alaatti ergamerraa Doolaarri miiliyooni 894 ol argame
Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC) – Baatiwwan salgan darbanitti Oomisha Bunaa alaatti ergamerraa galiin Doolaarri miiliyoonni dhibbi 8 fi miiliyoonni 94 ol argamuu Abbaan Taayitaa…