Browsing Category
Biiznasii
Shakkamtoonni maallaqa ni baay’ifna jechuun Birrii miiliyoona 1.5 waliin dhahuuf yaalaan to’ataman
Finfinnee, Eebila 6, 2014 (FBC) – Shakkamtoonni maallaqa ni baay’ifna jechuun Birrii miiliyoona 1.5 waliin dhahuuf yaalaan to’atamuu Poolisiin magaalaa Finfinnee beeksiise.…
Baatii Bitootessaa Galiin Birriin Biiliyoonni 27.1 walitti qabamuu ibsame
Finfinnee, Eebila 5, 2014 (FBC) – Ministeerri Galiiwwanii Baatii Bitootessaa 2014 galii Birrii Biiliyoonni 27.1 walitti qabuu beeksiise.
Baatii kana galii Birrii…
Paarkiin Indaastirii Yirgaalam galii Doolaara miiliyoona 4.4 ol argachuu ibsame
Finfinnee, Eebila 4, 2014 (FBC) – Paarkii Qindaa’aan Indaastirii Qonnaa Yirgaalam oomishaalee gabaa alaaf ergerraa galii Doolaara miiliyoona 4 fi kuma dhibba 4 ol Korporeeshiniin Misooma…
Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoonni 108 ol to’atamuu ibsame
Finfinnee, Eebila 3, 2014 (FBC) – Torban darbe keessa meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoonni dhibbi 1 fi miiliyoonni 8 fi kumni dhibbi 2 fi kumni 14 ol to’atamuu ibsameera.…
Mootummaan gaaffiilee diinagdee ummata biraa ka’aa jiran deebisuuf hojjechaa jira- Dooktar…
Finfinnee, Eebila 2, 2014 (FBC) – Marii guutuu biyyattiitti taasiifamerratti gaaffiilee diinagdeen walqabatee ummata biraa ka'an sadarkaa sadarkaan deebisuuf mootummaan hojjechaa jiraachuu…
Bu’aa argameen osoo of hin dagatin rakkoolee nageenyaa fi misoomaa furuun barbaachisaadha…
Finfinnee, Eebila 1, 2014 (FBC) –Bu'aa argameen osoo of hin dagatin rakkoolee nageenyaa fi misoomaa furuun barbaachisaa ta'uu Preezdaantiin Bulchiinsa mootummaa naannoo Oromiyaa obbo…
Shaqaxaaleen bu’uuraa eeyyama Sharafa alaa malee kallattiin akka galan murtaa’e
Finfinnee, Eebila 1, 2014 (FBC) – Ministeerri Maallaqaa Shaqaxaaleen bu’uuraa eeyyama Sharafa alaa malee kallattiin akka galan murteessuu beeksiseera.
Shaqaxaaleen…
Magaalaa Dirree Dawaatti meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 10tti tilmaamaman to’ataman
Finfinnee, Bitootessa 30, 2014 (FBC) – Magaalaa Dirree Dawaatti meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 10tti tilmaamaman to’ataman ibsame.
Magaalichatti meeshaaleen kontiroobaandii…
Fooramiin Biiznasii Gamtaa Awurooppaa Mootummaa Ityoophiyaa waliin hojjechuuf waliigaltee…
Finfinnee, Bitootessa 29, 2014 (FBC) – Fooramiin Biiznasii Gamtaa Awurooppaa yeroo itti aanuutti Mootummaa Ityoophiyaa waliin hojjechuuf waliigaltee mallateesseera.
Ityoophiyaatti dura…
Magaalichatti kurmaana 3ffaatti eeyyamni invastimantii haaraan kumni 3 ol laatame
Finfinnee, Bitootessa 29, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti bara baajataa 2014 kurmaana 3ffaatti eeyyamni invastimantii haaraan kumni 3 ol laatamuu Komishiniin Invastimantii magaalichaa…