Browsing Category
Biiznasii
Invastimantii alaatiin doolaara Ameerikaa Biiliyoona 2.43 galmeessuun danda’ame-Komishinii…
Finfinnee, Caamsaa 2, 2014 (FBC) – Invastimantii alaatiin doolaara Ameerikaa Biiliyoona 2.43 galmeessuun danda’amuu Komishiniin Invastimantii beeksiseera.
Komishinarri Komishinii…
Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 9.8 olitti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Eebila 28, 2014 (FBC) – Godina Shawaa Bahaa magaalaa Mataaraatti uffataalee fi Sigaaraan Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 9.8 olitti tilmaamamu to’atamuu Poolisiin…
Ityoophiyaan yaa’ii Albuudaa Idil addunyaa Afrikaa Kibbaarratti qabeenya Albuudaa ishee…
Finfinnee, Eebila 26, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan Yaa’ii Albuudaa Idil addunyaa Afrikaa Kibbaatti gaggeeffamurratti qabeenya Albuudaa ishee bal’inaan beeksisuuf qophiin xumuramu…
Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 92 olitti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Eebila 22, 2014 (FBC) – Meeshaaleen al ergii fi alaa galu karaa seeraan alaa daddabarfamaa ture Birrii miiliyoona 92 olitti tilmaamamu to'atameera.
Meeshaaleen karaa seeraan…
Baatiwwan salgan darbanitti Daldala Alaaraa galiin Doolaarri biiliyoonni 2.95 argame
Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – Baatiwwan salgan darbanitti Daldala Alaaraa galiin Doolaarri biiliyoonni 2.95 argamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti hidhamiinsa naannawaa…
Waltajjiin filannoo invastimantii gama hortiikaalchariin jiru beeksisuuf kaayyeffate gaggeefamaa…
Finfinnee, Eebila 20, 2014 (FBC) – Waltajjiin filannoo invastimantii gama hortiikaalchariin Ityoophiyaan qabdu beeksisuuf kaayyeffate gaggeefamaa jira.
Waggoottan 10 darbanitti…
Biiroon Galiiwwanii magaalaa Finfinnee baatiwwan 9 darbanitti galii Birrii biiliyoona 43 ol walitti…
Finfinnee, Eebila 18, 2014 (FBC)- Biiroon Galiiwwanii bulchiinsa magaalaa Finfinnee baatiwwan 9 darbanitti galii Birrii biiliyoona 43 ol walitti qabuu beeksiseera.
Biirichi bara baajataa…
Baatiwwan salgan darbanitti galiin Birriin biiliyoonni 248 ol walitti qabame
Finfinnee, Eebila 17, 2014 (FBC) – Baatiwwan salgan darbanitti galiin Birriin biiliyoonni dhibbi 2 fi biiliyoonni 48.6 ol walitti qabamuu Ministeerri Galiiwwanii beeksiise.…
Intarpiraayizoonni maayikroo fi xixiqqaan dandeettii isaanii akka guddisaniif haalli mijataan ni…
Finfinnee, Eebila 14, 2014 (FBC) – Intarpiraayizoonni maayikroo fi xixiqqaan dandeettii isaanii akka guddisaniif haalli mijataan kan uumamu ta’uu Ministir Deetaan Ministeera Hojii fi Kalaqaa…
Baatiwwan 9 darban Hawaasa Diyaaspooraarraa Birrii biiliyoonni 1.37 ol walitti qabamuu ibsame
Finfinnee, Eebila 13, 2014 (FBC) – Baatiwwan 9 darban Hawaasa Diyaaspooraarraa akaakuu fi maallaqaan Birrii biiliyoonni 1.37 ol deeggarsaan walitti qabamuu Ejansiin Diyaaspooraa…