Browsing Category
Biiznasii
Albuudni qabeenya uumamni dachee keenya badhaasedha – Preezdaant Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC) -Albuudni qabeenya uumamni dachee keenya badhaasedha jedhan Preezdaantiin naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan.
"Qabeenya Albuudaa…
Aanaa Sinaanaatti meeshaaleen kontiroobaanddii Birrii miliyoona 4 oliti tilmaamamu too’atame
Finfinnee, Amajjii 14, 2014 (FBC) - Godina Baalee aanaa Sinaanaatti meeshaaleen kontiroobaanddii Birrii miiliyoona 4 oliti tilmaamamu to'atameera.
Hordoffii fi sakattoo taasiifameen…
Abbootiin qabeenyaa Turkii misooma Albuudaa filatamanirratti akka hirmaatan waliigalteerra ga’ame –…
Finfinnee, Amajjii 13, 2014 (FBC) – Abbootiin qabeenyaa Turkii misooma Albuudaa filatamanirratti akka hirmaatan waliigalteerra ga’amuu Ministirri Ministeera Albuudaa Injiinar…
Hangi oomisha bunaa Chaayinaan Ityoophiyaarraa bitte % 196 ol guddate
Finfinnee, Amajjii 13 , 2014 (FBC) – Hangi oomisha bunaa Chaayinaan Ityoophiyaarraa bitte % 196 ol guddachuu ibsame.
Guyyaa kaleessaa seeminarri Chaayinaatti Ambaasaaddarrri Ityoophiyaa…
Baatiwwan jahaan darban Buna Alatti ergamerraa Doolaarri biiliyoonni walakkaa ol galiin argame
Finfinnee, Amajjii 12, 2014 (FBC) – Baatiwwan jahaan darban Buna Alatti ergamerraa Doolaarri miiliyoonni dhibbi 5 fi miiliyoonni 78 galiin argamuu Abbaan Taayitaa Bunaa fi Shaay beeksiise.…
Hawaasni Diyaaspooraa Paarkii Indaastirii Hawaasaa daawwatan
Finfinnee, Amajjii 10, 2014 (FBC) - Hawaasni Diyaaspooraa naannoo Sidaamaatti Paarkii Indaastirii Hawaasaa daawwataniiru.
Miseensonni Diyaaspooraa kunneen tibbana filannoowwan…
Baazaarii fi Igzibiishiniin ‘kan Ityoophiyaa Bitaa’ jedhu Magaalaa Finfinnee Hurufa Machareetti…
Finfinnee, Amajjii 9, 2014 (FBC) – Baazaarii fi Igzibiishiniin mata duree ‘kan Ityoophiyaa Bitaa’ jedhuun Magaalaa Finfinnee Hurufa Machaareetti banameera.
Itti aanaan…
Abbaan Taayitichaa baatiiwwan 6’n darbanitti kaffaltiiwwan tajaajila garagaraarra galii Birrii…
Finfinnee, Amajjii 5, 2014 (FBC)- Abbaan Taayitaa Eyyamaa fi to’annoo Konkolaataa fi konkolaachisaa baatiiwwan jahaan darbanitti kaffaltiiwwan tajaajila garagaraarra galii Birrii miiliyoona…
Oromiyaatti baatiwwan jahaan darban galii Birrii biiliyoonni 25 walitti qabame
Finfinnee, Amajjii 4, 2014 (FBC) – Biiroon Galiiwwanii Oromiyaa baatiwaan jahaan darbn galii Birrii biliyoona 25 walitti qabuu beeksiise.
Gamaaggama seektarichaa kan ji’a…
Teeknooloojiin Liqaa Dijitaalawaa ifoome
Finfinnee, Amajjii 4, 2014 (FBC) - Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa fi Teeknooloojii Faayinaansii Kiffiyyaa appilikeeshinii Liqaa Dijitaalaa dhiyeessaniiru.
Teeknooloojiin Michuu…