Browsing Category
Biiznasii
Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 106 olitti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2014 (FBC) – Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 6 fi kuma dhibba 1 olitti tilmaamamu to’atamuu komishiniin Gumrukaa beeksiise.…
Naannoo Oromiyaatti barana filannoowwan Investimantii kuma 3 fi 500 ol hojiitti hiikuuf murtaa’e
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2014 (FBC) –Komishiinin Investimentii Oromiyaa bara 2014 keessa filannoowwan Investimantii kuma 3 fi 588 hojiitti hiikuuf murteessuu beeksiise.…
Baatiiwwan 6 darbanitti daldala al-ergiirraa galiin Doolaarri miiliyoonni 104 ol argamuu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2014 (FBC)- Baatiiwwan 6 darbanitti oomishaalee Paarkiiwwan Indaastirii gabaa alaaf ergaman irraa galiin Doolaarri miiliyoonni 104 ol argamuu ibsame.…
Daandiin Qilleensichaa Oomisha Abaaboo biyyoota addunyaa garaagaraatti imalchiisaa jiraachuu…
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiya guyyaa ‘jaalalleewwanii’ baatii kana kabajamu sababeeffachuun Oomisha Abaaboo biyyoota addunyaa…
Warshaaleen Simintoo sababa hanqina dhagaa cilee fi rakkoolee dhiyeessii garaagaraatiin oomisha…
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) – Warshaaleen Simintoo sababa hanqina dhagaa cilee fi rakkoolee dhiyeessii garaagaraatiin oomisha dhaabaa jiraachuu Waldaan Oomishitoota…
Qaala’iinsa jireenyaa tasgabbeessuuf Waldaalee Hojii Gamtaa cimsuun barbaachisaa ta’uu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) - Diinagdee sababa waraanaan miidhame dandamachiisuu fi qaala’iinsa jireenyaa tasgabbeessuuf Waldaalee Hojii Gamtaa cimsuun barbaachisaa…
Baankiin Biyyaalessa Ityoophiyaa fi Baankiin Afrii – Egziim waliigaltee liqaa mallatteessan
Finfinnee, Gurraandhala 1, 2014 (FBC) – Baankiin Biyyaalessa Ityoophiyaa fi Baankiin Afrii - Egziim waliigaltee liqaa Doolaara biiliyoona 1 argachuuf dandeessisu waliif…
Waamicha biyyaa hordofee hirmaannaa diinagdee diyaaspoorawwan taasiisaniin galiin Birriin…
Finfinnee, Amajjii 30, 2014 (FBC) – Waamicha biyyaa hordofee hirmaannaa diinagdee diyaaspoorawwan taasiisaniin galiin Birriin biiliyoonni 22.1 argamuu Ejansiin Diyaaspoora…
Dhaabbileen Paarkicha keessa jiran guutumaan guutuutti gara hojiitti galuun oomisha isaanii gabaa…
Finfinnee, Amajjii 26, 2014 (FBC) – Dhaabbileen Paarkii Indaastirii Kombolchaa keessa jiran 3 guutumaan guutuutti gara hojiitti galuun oomisha isaanii gabaa alaaf dhiyeessuu eegaluu ibsame.…
Dhiyeessaa fi Raabsa boba’aarratti rakkoon tokkooyyuu kan hin jirre ta’uu ibsame
Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC) – Dhiyeessaa fi Raabsa boba’aarratti hanqinni tokkooyyuu kan hin jirre ta’uu Dhaabbanni Dhiyeessa Boba’aa Ityoophiyaa beeksiise.
Olola…